20/08/2023
Jireenyi kamuu jireenya isaa keesaa nama anaaf jedhee utti of abdatu qabaachuu qaba sanaan alati keesi isaa duwaadha duubni isaa duwaadha fuulduri isaas of amansiisaa miti
Nama tokkotu ture jedhama mi'a wayiii naaf fidi jedhee ilma isaa ergata