Jemil kedir:lawyer

Jemil kedir:lawyer Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jemil kedir:lawyer, Lawyer & Law Firm, Shashamane, Shashemene.

  erga ballessadha jedhamen booda yaada adabbi salphisu himatamaan dhihaatu.Kabajamaa mana murtii murtiin ballessummaa k...
24/05/2023

erga ballessadha jedhamen booda yaada adabbi salphisu himatamaan dhihaatu.
Kabajamaa mana murtii murtiin ballessummaa kennamuun isaa ifaadha murtii adabbi kennun dura yaada adabbi salphisu akka armaan gaditti dhiheffadha.(extenuating circumstances)
1.Ani hanga yeroo yakkicha kana rawwadhe himatame ballessadha jedhamutti yakka homaatu rawwadhe kan hin Benne fi amalli kiyya yeroo hunda gaarii,adabames kan hin beknedha kanumaan bu'ura seera yakkaa kewwata 82(1,a)tiin akka yaada adabbi salphisutti dhiheffadha.
2.Ani himatamaan himannaa narratti dhihaate Amane bu'uruma amantaa kiyyatiin ballessadha kan jedhame fi gocha rawwadheen dhugumatti kan gaabbe waan ta'eef bu'ura seera yakkaa kewwata 82(1,e)tiin akka yaada adabbi salphisutti dhiheffadha.
3.Ani himatamaan maatii kan bulchu ijollee,hadhaaf Abbaa kiyya dadhaboo ta'an kan gargaruu waan ta'eef bu'ura seera yakkaa kewwata 86 tiin akka yaadaa adabbi salphisu addaattii dhiheffadha.
4.Ani himatamaan rakkoo fayyaa qabu irraa kan ka'e hordoffii yaalaa kan godhaa jiruu waan ta'eef bu'ura seera yakkaa kewwata 86tiin akka yaada adabbi salphisu addaatti dhiheffadha.
Kabajamaan mana murtii bu'uruma yaada adabbi salphisu kan addaa fi kan waligalaa asii olitti dhiheffadheen adabbin akka naaf salphatu kabajaan gaafadha.
rawwii yakkichaa fi midhaa qaqqabe ilaalcha kessa galchudhaan kabajamaan mana murtii sadarkaa gadi-aanaa qabate murtii adabbi akka kennu kabajaan gafadha.

mana murtii murtii adabbi madalawaa jedhe amane erga murtessen booda haala rawwi adabbi ilaalchise adabbin akka narraa dangahu kabajaan gafadha.
himatamaan ulaagaa seera yakkaa kewwata 190(suspension of penalty) adabbi dangessuu ilaalchise caqafame hunda kan gutuu waan ta'eef Adabbi rawwachisuu irra yeroodhaaf adabbin narraa dangahe Amalli kiyya osoo qoratamee kan foyya'u waan ta'uuf kanuma hubate kabajamaan mana murtii adabbi akka narraa dangessu gafadha.
Not knowing the law is harmful

Ignorantia iuris nocent.

Galatoomaa

15/03/2023

Good lawyer worries about facts
Great lawyer worries about opponents

Address

Shashamane
Shashemene

Telephone

+251911995931

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jemil kedir:lawyer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share