GDAASo MWU

GDAASo MWU Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from GDAASo MWU, Legal, Bale Robe, Robe.

Ummata oromoo bakka mara jirtan maraaf.MWU keessatti seenaalee hedduu kalaqee kan tureefi dhaloota aadaa afaaniifi seena...
13/01/2024

Ummata oromoo bakka mara jirtan maraaf.
MWU keessatti seenaalee hedduu kalaqee kan tureefi dhaloota aadaa afaaniifi seenaa ofii akka beekuf tattaaffii hedduu gochaa kan ture akkasumas aarsaa gurguddaa kanfalaa kan ture gumiin GDAASO baroottan darbaniif sababa garaa garaan adda citee tureera.Haa ta'u malee yeroo ammaa haala nama gammachiisun barattoota oromoo yuuniversiitii madda walaabuu keessa jiraniin deebi'ee hundaa'uuf haala bareedaa fi hoo'a keessa jira.Namoonni asiin dura seenaa GDAASO MWU beektaniif kanneen ammas nu deeggaruu barbaaddanif waamicha oromummaa isiiniif taasifneera.

Address

Bale Robe
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GDAASo MWU posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category