Waajjira Aadaa fi Turizimii Bulchiinsa Magaalaa Roobee

Waajjira Aadaa fi Turizimii Bulchiinsa Magaalaa Roobee MISOOMA AADAA FI MISOOMA TURIZIMII GUDDISUUN HAWAASA FAYYADAMAA TAASISSUU.

13/12/2024
03/07/2024

Markaatoo fi Artist Yooseef Gammachuu
*******
Artist Yooseef ijoollummaasaarraa eegalee sagalee kiiloleen Finfinnee keessatti yeroo dhiibbaan aartii Oromoorratti jabaatu sirba ture. Sirba ‘Ya daraartu’’ jedhuun ammoo addatti beekama. Kana malees sirboota warraaqsa fi jaalalaan yaadatama.

''Inni Afaan Oromoo sirbuu fi dubbachuu hin dhiisu, warri isa jibban hidhuu hin dhiisne,'' jedha obboleessi isaa quxisuun Solomoon.

Yooseef addatti Markaatoorraa seenaa addaa qaba. Akkatti lubbuu dhabees Solomoon ni dubbata.
⬇️⬇️
https://bbc.in/3VTduzF

07/03/2024
18/02/2024

Maqaa Abbootii Gadaa Gujii bara 1424-2015. Madda Odeessa kanaa: marsaalee intarneetaa
1.Jaajee Gobbaa (1424-1431).
2.Jiloo Wolaagoo (1432-1439).
3.Jirruu Utaa (1440-1447).
4.Guluu Gaararroo (1448-1455).
5.Heebanuu Jaldoo (1456-1463).
6.Biilaa Mannakkoo (1464-1471)
7.Bariisoo Gumii (1472-1479).
8.Adoolaa Aanolee (1480-1487).
9.Gobbuu Shaaroo (1488-1495).
10.Goluu Subbaa (1496-1503).
11.Cirrii Galoo (1504-1511).
12.Buurcisaa Shaabuu (1512-1519).
13.Aagaa Kallachaa (1520-1527).
14.Jiloo Bidoo (1528-1535).
15.Gannaalee Roobee (1536-1543).
16.Duuba Adii (1544-1551).
17.Aboo Rasoo (1552-1559).
18.Halakee Lulee (1560-1567).
19.Gobbuu Daayyee (1568-1575).
20.Gannaalee Lolee (1576-1583).
21.Qandhashoo Aanolee (1584-1591)
22.Jaboo Sibuu (1592-1599)
23.Qalqalcha Tukashoo (1600-1607)
24.Gololcha Sharuu (1608-1615).
25.Abbaa Doolaa (1616-1623).
26.Aagaa Saqoo (1624-1631).
27.Jiloo Bansaa (1632-1639).
28.Haroo Shotee (1640-1647).
29.Jaarsoo Dhugoo (1648-1655).
30.Ushoo Waaree (1656-1663).
31.Gannaalee Dambalaa (1664-1672)
32.Godaanaa Aagaa (1672-1679).
33.Godoree Bokkoo (1680-1687).
34.Jaarsoo Soree (1688-1695).
35.Aagaa Buudee (1696-1703).
36.Tukee Shifaa (1704-1711).
37.Jiloo Badhaa (1712-1719).
38.Aagaa Waaree (1720-1727).
39.Birraa Lukee (1728-1735).
40.Jiloo Xuulloo (1736-1743).
41.Balakkoo Jiloo (1744-1751)
42.Budhushoo Halakee (1752-1759)
43.Soraa Bulultaa (1760-1767)
44.Ijuu Gallabee (1768-1775)
45.Surroo Cekoo (1776-1783)
46.Jiloo Waaree (1784-1791)
47.Galchuu Kemaa (1792-1799)
48.Miidhee Niitii (1800-1807)
49.Daadaa Kuraa (1808-1815)
50.Xiloo Soolee (1816-1823)
51.Bunoo Dhaa’ee (1824-1831)
52.Dasee Halakee (1832-1839)
53.Bunee Boruu (1840-1847)
54.Aagaa Kallachaa (1848-1855)
55.Adulaa Karaa (1856-1863)
56.Waaqoo Gaararroo (1864-1871)
57.Birraa Cuqqee (1872-1879)
58.Aanolee Badhaa (1880-1887)
59.Roobaa Boruu. (1888-1895)
60.Jiloo Kendhoo (1896-1903)
61.Galchuu Curruuqoo (1904-1911)
62.Jiloo Bokkoo (1912-1919)
63.Jiloo Sayee (1920-1927)
64.Aagaa Adii (1928-1935)
65.Ushoo Jiloo (1936-1943)
66.Tukee Guyyee (1944-1951)
67.Jiloo Mixoo (1952-1959)
68.Adoolaa Jiloo (1960-1967)
69.Girjaa Jiloo (1968-1975)
70.Adoolaa Aagaa (1976-1983)
71.Godaanaa Kattaa (1984-1991)
72.Aagaa Xeenxanoo (1992-1999)
73.Waaqoo Duubee (2000-2007)
74.Jiloo Maandhoo (2008-2015).

Address

Robe

Opening Hours

Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Aadaa fi Turizimii Bulchiinsa Magaalaa Roobee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category