06/01/2026
Hordoftoonni Amantaa Orthodox tewahido Addunyaa Guutuu irra jirtan Baga Dhalachuu Gooftaa Keenya Qoricha Addunyaa Iyyasuus Kiristoosin isin gahe!Nu gahe! Ayyaanni kunis;-
Kan milkii
Kan Gammachuu
Kan quufaa
Kan Badhaadhinaa nuuf haa tahu!
Ayyaana Gaarii!ππππ