Dereje Gudeta Legal Office

Dereje Gudeta Legal Office Legal consultant and Attorney at Law,
At all Federal and Oromia Courts in Ethiopia.

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dessalegn Gerbi, Kemal Nuriye
19/11/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dessalegn Gerbi, Kemal Nuriye

07/01/2025
Baga bara 2017 nagaan geessan.Ayyaana gaarii.!
11/09/2024

Baga bara 2017 nagaan geessan.
Ayyaana gaarii.!

03/08/2024

Labsii to'annoo fi bulchiinsa kiraa mana jireenyaa lakk.1320/2016

26/07/2024

Karoora Hojii gannaa MMO

15/06/2024

EID MUBAARAK!
Hordoftoonni Amantaa Islaamaa marti baga Ayyaana Arafaa nagaan geessan.
EID MUBARAK!
Ayyaana gaarii!!

31/05/2024

Dhaddachi Ijibbaataa MMWF jildii 23ffaa lakk. galmee 153228 ta'e irratti murtii dirqisiisaa kenneen:-Ragaan tokko yeroo qorannoon yakkaa poolisiin gaggeeffamutti jechi inni laatu akka qaama hojii A/Seerummaa ykn Abbaa Seerummaa fakkaatu gaggeessu biratti yeroo dhiyaatu jecha laatuutti kakatee jecha ragummaa laatu waan hin taaneef; ragichi jecha yeroo qorannoon poolisii gaggeeffame laate M/Murtiitti dhiyaatee sababa jijjiireef qofa, jechi sobaa isa kam? akka ta'e ragaa biraatiin sirnaan osoo hin mirkaneessin jechi ragummaa kenname gargar ta'uu isaa qofa akka ragaa gahaatti fudhachuun ragicha jecha ragaa sobaa kennuutiin kan gaafachiisu bu'uurri seeraa kan hin jirre ta'uu isaa akeekuun S/Yakkaa kew.453 irratti hiikkoo seeraa dirqisiisaa ta'e kenneera.!

Address

Nekemte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dereje Gudeta Legal Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share