Dhugaan Jireenya

Dhugaan Jireenya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhugaan Jireenya, Legal, Finfinnee, Nekemte.

06/03/2023

Page kana follow invite gochun na hordofaa🙏

Lubbuun utuu aduun hin dhi'iin uumaa ishee yaadatuu haa gammaduu! Isheenoo lammii waaqarraa ni jedhamtii💝
22/01/2023

Lubbuun utuu aduun hin dhi'iin uumaa ishee yaadatuu haa gammaduu! Isheenoo lammii waaqarraa ni jedhamtii💝

18/01/2023
Wantii ati itti dhaamatee dadhabdee maqaa waaqayyoon kaasaan sif haa kaffalamuu!
17/01/2023

Wantii ati itti dhaamatee dadhabdee maqaa waaqayyoon kaasaan sif haa kaffalamuu!

Ameen
16/01/2023

Ameen

Abdiin keenya jiraatadha! Iyeesus deebi'ee ni dhufaa.Mootummaan isaas mootummaa qajeelummaati.
15/01/2023

Abdiin keenya jiraatadha!
Iyeesus deebi'ee ni dhufaa.
Mootummaan isaas mootummaa qajeelummaati.

Waaqayyoo gaariidha! garummaan isaas bara baraanii!
15/01/2023

Waaqayyoo gaariidha! garummaan isaas bara baraanii!

Gooftaa Iyesuus maal jedhee beektuu?yoo na jallattaan abboommii koo eega jedhe! ati dhugumaa abboommii gooftaa keeti ni ...
14/01/2023

Gooftaa Iyesuus maal jedhee beektuu?
yoo na jallattaan abboommii koo eega jedhe!
ati dhugumaa abboommii gooftaa keeti ni eegdaa?

Address

Finfinnee
Nekemte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaan Jireenya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category