Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Geeraa

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Geeraa District Public Prosecuter House

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa baga Ayyaana Eid bara kanaaf nagaan isin ga'e. Yeroo ayyaana kana kabajjan harka qalleeyyi...
01/05/2022

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa baga Ayyaana Eid bara kanaaf nagaan isin ga'e. Yeroo ayyaana kana kabajjan harka qalleeyyii naannoo keessanitti argaman deeggaruun akka waliin kabbajjanuu ergaa keenya isiif dhaamna.
EID MUBARAK !!!

Namni mana namaa Seenee meeshaa garagaraa hate,guyyaa tokkoon booda meeshaalee hatee deebisuun sababa hateef,meeshaalee ...
01/05/2022

Namni mana namaa Seenee meeshaa garagaraa hate,guyyaa tokkoon booda meeshaalee hatee deebisuun sababa hateef,meeshaalee fudhate,kan hindeebisiin hafeefi dhiifama akka taasisuuf xalayaa barreessuun bakka hatetti deebiseera. Kun kan mudate Aanaa keenyatti yommuu ta'u guutummaa isaa BBC Afaan Oromoon kan gabaace link armaan gadii irraa argachuu dandeessu. Namni gocha yakkaa raawwatetti yoo gaabbe rabbi irraas seera biraas akkatuma isaatti dhiifama ni argata. Yakka hojjechuu irraa ofhaa qusannu!!!

Hordoftoonni Amantaa kiristaanaa baga ayyaana Faasigaan nagaan isin ga'e jechaa, yeroo ayyaana kana kabajjan harka qalle...
23/04/2022

Hordoftoonni Amantaa kiristaanaa baga ayyaana Faasigaan nagaan isin ga'e jechaa, yeroo ayyaana kana kabajjan harka qalleeyyii naannoo keessan deeggaruun akka waliin kabajjan dhaamsa isiniif dabarsina!
Ayyaana Gaarii!!!

19/02/2022
11/02/2022
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hunduu baga guyyaa kabaja ayyaana Qillee kan bara 2014tiin nagaan isin ga'e!!!         ...
06/01/2022

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hunduu baga guyyaa kabaja ayyaana Qillee kan bara 2014tiin nagaan isin ga'e!!!
🌲🌲🌲 Ayyaana Gaarii🌲🌲🌲

Address

Jimma

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00

Telephone

473420463

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Geeraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category