Abduselam Jabal

Abduselam Jabal Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abduselam Jabal, Legal, awetu, Jimma.

23/10/2025
Aanaa Maannaatti sirni Gaggeessaa Barattoota Urjii Maannaa Qabxii olaanaa fiduu  M/Barumsaa Bultii Addaatiii darbanii fi...
29/09/2024

Aanaa Maannaatti sirni Gaggeessaa Barattoota Urjii Maannaa Qabxii olaanaa fiduu M/Barumsaa Bultii Addaatiii darbanii fi Qabxii Seensa Yuunivarsitii taasifame.

Fulbaana 19, 2017 (WKAM)

➩Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti Barattoota m/b Urjii Maannaatti barachaa turan keessaa qabxii Olaanaa fiduun M/barumasa Bultii Addaa galanii fi Yuuniversitii galaniif sirni gaggeessaa fi beekamtii kennuu bifa hojii caalmaatii nama kakkaasuun taasifamee jira.
Sagantaa kana irratti Qindeessituun Aanaa, Hoggansa Aanaa, Hoggansa gandaa, A/Amantaa, A/Gadaa, J/Biyyaa fi dhimmamtootni barnootaa hundi argamaniiru.

➩Sagantaa kana irratti argamuun haasawaa baniinsaa kan taasisan bulchaan bulchiinsa Aanaa Maannaa obbo samaruddiin Ahimad akka jedhanitti barnootni furtuu waa hundaati, barnoota malee galma qabame kamuu bira gahuu hin danda'amu jechuun, hundumti keenya tumsa nurraa eegamu gochuun cabiinsa barnoota biyya keenya muudate iddootti deebisuu qabna jechuun dhaamsa isaanii dabarsaniiru.
Dhuma irrattis barsiisotaaf saayit pilaanin lafa M/Jireenyaa dabarfame kennamuun sagantichi golabamee jira..

Sirni Gaggeessaa Barattoota Mana Barumsa Bultii Addaa WMO Darbaniif Taasifame.Fulbaana 18/2017 IlikeeGodina Jimmaa Aanaa...
28/09/2024

Sirni Gaggeessaa Barattoota Mana Barumsa Bultii Addaa WMO Darbaniif Taasifame.
Fulbaana 18/2017 Ilikee
Godina Jimmaa Aanaa Maannaa Ganda Baballaa Kaarraatti Sirni Gaggeessaa Barattoota Mana Barumsa Bultii Addaa WMO Darbaniif Manni Barumsa B/Buuyyoo Taasisee Jira.

Barsiisaan tokko yeroo inni  waan tokko hojjechuu barbaaduu dhaabuu hin dandeessu. "Barsiisonni kaartaa imala barumsaa k...
23/09/2024

Barsiisaan tokko yeroo inni waan tokko hojjechuu barbaaduu dhaabuu hin dandeessu.
"Barsiisonni kaartaa imala barumsaa keenyaati." "Argannoo hunda duuba kaka'umsi barsiisaa tokko jira." "Barsiisonni hundee barnootaati." "Osoo barsiisonni hin jiraatin ogummaan biraa hin jiraatu ture.

Baga Gammanne Baga Gammaddan! Barattoonni akka Aannaa Maannaatti  waldaa misooma Oromiyaatiif(WMO) darban barattootaa 21...
17/09/2024

Baga Gammanne Baga Gammaddan!
Barattoonni akka Aannaa Maannaatti waldaa misooma Oromiyaatiif(WMO) darban barattootaa 21 keessa barattoonni sadii Baballaa irraayyii
'id A/ Jabal Samman A/Jihaad # # # # # # # # # # # #
maqaan jaraa kanneen armaan gadiitti
1 sayid A/Jabal A/diggaa
2.suleman samman
3.Abalfayii Amiin
4.Abdulqadir A/jihaad
5.Zaakir Raagoo
6.Abdurahim Hasan
7.Muawiz Awwal siraj
8.Bukarii Faatii
9.Kalid Hasan
10.Sofiyaa Xahaa
11.Naziif A/jihad
12.mikiyas Tarraqeng
13.Mamadzen Amiin
14.Sabahii Mahammad
15.Ansaar Mahammad
16.kalid ahmad
17.Abdurahim Naasir
18.Anuwar Gaalii
19 Miftaa Rais
20 Hikmat Mahammad A/olii
21 mubariik Gaalii

12 Reasons Why Reading Books Should Be Part of Your Life:1. Knowledge Highway: Books offer a vast reservoir of knowledge...
29/08/2024

12 Reasons Why Reading Books Should Be Part of Your Life:
1. Knowledge Highway: Books offer a vast reservoir of knowledge on virtually any topic imaginable. Dive deep into history, science, philosophy, or explore new hobbies and interests.
2. Enhanced Vocabulary: Regular reading exposes you to a wider range of vocabulary, improving your communication skills and comprehension.
3. Memory Boost: Studies suggest that reading can help sharpen your memory and cognitive function, keeping your mind active and engaged.
4. Stress Reduction: Curling up with a good book can be a form of mental escape, offering a temporary reprieve from daily anxieties and a chance to unwind.
5. Improved Focus and Concentration: In today's fast-paced world filled with distractions, reading strengthens your ability to focus and concentrate for extended periods.
6. Empathy and Perspective: Stepping into the shoes of fictional characters allows you to develop empathy and gain a deeper understanding of different perspectives.
7. Enhanced Creativity: Reading exposes you to new ideas and thought processes, potentially sparking your own creativity and problem-solving skills.
8. Stronger Writing Skills: Immersing yourself in well-written prose can improve your writing style, sentence structure, and overall communication clarity.
9. Improved Sleep Quality: Swap screen time for a book before bed. The calming nature of reading can help you relax and unwind, promoting better sleep quality.

23/08/2024

Check out ABDUSELAM JABAL’s video.

Address

Awetu
Jimma

Telephone

+251949540309

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abduselam Jabal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abduselam Jabal:

Share

Category