18/05/2024
Waajjirri Dhimma Dubartootaafi
fi Daa'immaani magaalaa jimmaa leenjii hubannoo miidhaa daa'imman irratti gaha jiru hambiisuuf qoodaa fudhatootaaf kennee jira.
Jimmaa caamsaa 9/9/2016(WkmJ)
Bulchiinsaa magaalaa jimmaattii
Waajjirri dhimmaa dubartootaa fi daa'immanii qoodaa fudhaatootaafi fookal parsanii seektaraallee manneen hojii mootummaa keessaa jiraaniif leenjii hubbaannoo cimsuu daa'immaan daandii irratti gatamanii argamaniifi miidhaa isaan irra gahaa jiru hambiisuuf leenjiin kun kannamee jira.
Sagantaa kana irratti argamuun hasawaa kan taasisaan itti gafatamtuu Dhimmaa Dubratootaafi Daa'immaanii Aaddee Ikaram Abdii akka jedhanitti dhimmi kun dhimma sektara tokko qofa akka hin taanee ibsuun manneen amantaafi qamoolee hawaasaa hundi tumsaa irraa eegamu baahachuu akka qabus dhaamaniruu.