Delil Ahmed Law Office

Delil Ahmed  Law Office dhimmoota seeraa kami irrattuu karaa 0961847719 yookaan karaa email :[email protected] na quunnamuu dandeessu!

29/01/2026

Mana murtiitiin gaa'illi erga diigameen booda , warri wal hiikan yoo walitti araaramuu qofaan waliin jireenya kan itti fufan ta'e, hariiroochi seera fuulduratti akka gaa'ilaatti hin ilaalamu
Murtii M/M federeeshinii galmee lakk.804/2016

04/01/2026

Waliigalteen liqaa hangi isaa qarshii 500ETB fi isaa ol ta'e barreeffamaan ta'uu qaba!
Seera hariiroo hawaasaa keeyyata 2472

03/01/2026

miidhaa waliigalteen alaatiin qaqqabeef gaafatamu,guyyaa miidhaan qaqqabe irraa kaasee waggaa 2 keessatti yoo hin dhiyaanne daangaa yerootiin hafaa ta'a! ,shh keewwata 2143(1).murtii dhaaddacha ijibbaataa MMWF (Jildii 25ffaa Lakk.Galmee 194880,Fi Jildii 6ffaa Lakk.Galmee 34406)
Delil Ahmed

03/01/2026

Himatamaan tokko namni mana murtiiti isa himatee osoo hin dhiyaatin hafuun falmii fi ragaa himataa qofaan murtiin iddoo inni hin jirreti kan kennamu yoo ta'e buu'ura seera adeemsa falmii hariiroo hawaasaa kewwaata 78 ttiin falmiin iddoo inni jiruti irra deebin dhagahamee murtiin akka kennamu iyyannaa dhiyeefachuu ni danda'a!

Address

MerEkato
Jimma

Telephone

+251931044775

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Delil Ahmed Law Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Delil Ahmed Law Office:

Share