Abdurahmaan Abbaabiyyaa Abbaaduraa

Abdurahmaan Abbaabiyyaa Abbaaduraa Legal of jimma Alhamdulillah for every thing

  jirra. Bara Hijraa 1447ffaa ☪️Halkan Laylatul Qadriin keessa eegamuudhaa.“Yaa Rabbii, Ati araaramaadha, araarama jaall...
10/03/2026

jirra.
Bara Hijraa 1447ffaa ☪️

Halkan Laylatul Qadriin keessa eegamuudhaa.
“Yaa Rabbii, Ati araaramaadha, araarama jaallatta; naaf araarami jachuu baayyisi.
🤲 اللهم إنك عفو تحب العفو فاعفُ عني.
Rabbiin anaa fi siifiis haa araaramu.

Yaa Rabbii milkii guyyaan kun qabu  nu milkeesii Aamiin 🤲🏻🤲🏻Aamiin🤲🤲
10/03/2026

Yaa Rabbii milkii guyyaan kun qabu nu milkeesii
Aamiin 🤲🏻🤲🏻
Aamiin🤲🤲

Alhamdulillah Rahmadaana guyyaa 15ffaa xumurree halkan 16ffaa keessa jirraa nurraa qeebali.Du'aa'ii Bareedduu Tana Aamii...
04/03/2026

Alhamdulillah Rahmadaana guyyaa 15ffaa xumurree halkan 16ffaa keessa jirraa nurraa qeebali.

Du'aa'ii Bareedduu Tana Aamiiiin 🤲 Jettuu Malee hin dabrin Rabbiin Siif ha Qeebalu Nuuf haa qeebalu🤲!!

Yaa Rabbi guyyaa arraa, sa'aa ammaa kana kaasii Waan si Kadhannu nuuf qeebali yaa rahmaan: -

¶ Gammachuu Nabi ya'aquub gammachiifte.
¶ Furmaata Nabi yusufiif Argamsiifte.
¶ Oobsa Nabi Ayyuubiif kennite.
¶ Dirmachuu Nabi muussaaf Dirmatte .
¶ Jaalala Nabi Muhammad Jaalatte.
Yaa Rabbi Nuuf kenni!

Gammachuu isii booda Gaddi hin jirre,
Durummaa isii booda Miskiinummaan hin dhufne,
Jaalala isii booda Jibbansi hin jirre,
Fayyaa isii booda Dhukkubni hin dhufne,
Argachuu isii booda dhabuun hin dhufne Yaa RABBI nuuf kanni.

Yaa Rabbi Nuuf Qeebaliif!

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdurahmaan Abbaabiyyaa Abbaaduraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdurahmaan Abbaabiyyaa Abbaaduraa:

Share

Category