Abbadiko waajja

‎📱 Ibsa Guutuu Akkamitti App kana Fayyadamtan‎‎Appiin kun viidiyoo ispoortii gosa kamuu yoo maxxansitan, baay’ina view a...
21/12/2025

‎📱 Ibsa Guutuu Akkamitti App kana Fayyadamtan

‎Appiin kun viidiyoo ispoortii gosa kamuu yoo maxxansitan, baay’ina view argattan irratti hundaa’uun kaffaltii isiniif kenna.

‎👥 Nama tokko yoo affeertan (invite gootan)
‎➡️ Kaffaltii $0.15 ni argattu.


‎---

‎🔽 App kana buufachuuf tarkaanfii hordofaa:

‎1️⃣ Linkii armaan gadii cuqaasaa gara appichaatti seenaa
‎👇 https://app.buzzerfan.com/referral-invite/rs1a67da154c47483292b65adb79e5290f

‎2️⃣ Erga linkicha bantan booda,
‎➡️ Code kana koppii godhaa: A15-5AD

‎3️⃣ Xiqqoo gadi bu’uun
‎📲 Play Store cuqaasaa
‎➡️ Appicha buufadhaa (Download)


‎---

‎🔐 Erga appichi bu’e booda:

‎4️⃣ Appicha baniitii
‎👉 “Open” jedhu cuqaasaa

‎5️⃣ Iddoo Google / Gmail account jedhu cuqaasaa
‎✉️ Gmail account keessan galchaa
‎🔑 Password Gmail account keessanii galchaa


‎---

‎⚙️ Galmee (Profile) xumuruuf:

‎6️⃣ Gosa ispoortii jaallattan filadhaa

‎7️⃣ Odeeffannoo armaan gadii guutaa:

‎🧑 Maqaa keessan

‎🚻 Saala (Gender)

‎🎂 Umrii / Waggaa dhalootaa

‎🖼️ Suuraa profile


‎8️⃣ Iddoo code gaafatamutti
‎➡️ Code koppii gootanii maxxansaa
‎ykn
‎✍️ Code kana barreessaa: A15-5AD


‎---

‎✅ Xumura irratti:

‎9️⃣ Privacy Policy isiniif dhiyaatu
‎✔️ Filattanii “Agree / Continue” cuqaasaa

‎🎉 Xumurameera!
‎Amma viidiyoo ispoortii maxxansuun, namoota affeeruun galii argachuu jalqabuu dandeessu.

‎👉 Yoo isin fayyade ta’e, barreeffama kana React gochuu fi qooduu hin dagatinaa — namoota biroofis haa ga’u!

‎Appii kaffaltii ilaalchaan kafalu ‎Osoo yeroon hin darbiin amma jalqabi‎liinkii galmee appii buzzer‎👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼‎‎https...
20/12/2025

‎Appii kaffaltii ilaalchaan kafalu
‎Osoo yeroon hin darbiin amma jalqabi
‎liinkii galmee appii buzzer
‎👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼

https://app.buzzerfan.com/referral-invite/rs1a67da154c47483292b65adb79e5290f

‎Koodii 👉 A15-5AD

‎Koodii kana fayyadamaa saantima 100 argadhaa

You've been invited by Taysir Mahamad to join Buzzer. Sign up now and instantly receive Buzzer Points as a welcome gift.

‎🕌GARGAARSA IJAARSA MADRASAA 🕌‎‎Sagantaan gargaarsa ijaarsa madrasaa kun G/jimmaa aanaa qarsaa ganda baabboo sarxee Masj...
20/12/2025

‎🕌GARGAARSA IJAARSA MADRASAA 🕌

‎Sagantaan gargaarsa ijaarsa madrasaa kun G/jimmaa aanaa qarsaa ganda baabboo sarxee Masjiida "WAAJJAA BAQOOTI"

‎Masjiinni Kun saganta muhaadaraa Mudde 19/4/2018 Qopheessuun hawaasa muslimaa maraaf waamicha dhiheessa.

‎Ummanni Muslimaa Jaam’aa Masjiida kanaa fi namoonni tola ooltummaan deeggaruu dandeessan hundi, ijaarsa kana deeggarsa maallaqaa fi gorsa yaada keessanniin akka nubira dhaabbattan kabajaan waamicha dhiyeessina.

‎Qaamaan irraatti argamuuf namoonni rakkattan halaala teessaani worreen gargaaruu feetan karaa lakkoofsa herrega masijeedaa kanaan nudeeggaruu dandeessuu.👇

‎📌 Lakkoofsa Herregaa: 1000737043324 – Masjiida Fathi


‎Nagaa wajjin.
‎— Bulchiinsa Masjiida Fathi

Yaa sheekiiko naaf birmadhaa Shirkiin Karaa Dogongoraan Nama Seena
18/07/2025

Yaa sheekiiko naaf birmadhaa
Shirkiin Karaa Dogongoraan Nama Seena

Masaraa Islaamaa irratti Barnoota (SHEK ABDULKARIIM AMBUYYE) At the Palace of Islam. Lectures [SHEIKH ABDULKARIIM AMBUYYE.This video explains the real meani...

Obboleessa keenya kabajamaa 🌹NABIL BIYYAA fi Shamarree 🌹HANAAN AHMAD gaa'ila gaarii isiniif haata'u ‎Baga guyyaa kanaan ...
11/07/2025

Obboleessa keenya kabajamaa 🌹NABIL BIYYAA fi Shamarree 🌹HANAAN AHMAD gaa'ila gaarii isiniif haata'u
‎Baga guyyaa kanaan rabbi isin gahe.

‎Heeruma gaarii fuudha gammachuu Baga wal geessan isin lachuu

Address

Jimma

Telephone

+251995322883

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbadiko waajja posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abbadiko waajja:

Share

Category