Waajjira A/Alangaa Aanaa Ejeree

Waajjira A/Alangaa Aanaa Ejeree Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira A/Alangaa Aanaa Ejeree, Legal, Go/Sh/Lixaa, Hagere Hiywot.

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree  gaafa guyyaa 13/3/2015 ummata ganda Tulluu Kormaatiif mata dure Ragaa sobaa, mirga ...
22/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 13/3/2015 ummata ganda Tulluu Kormaatiif mata dure Ragaa sobaa, mirga daa'immani fi yakkoota daa'imman irratti raawwataman irratti hubannoo seera kenne.

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 8/3/2015 milishoota Aanaa keenyaaf  mata dure Heera mootummaa fi mirga ...
17/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 8/3/2015 milishoota Aanaa keenyaaf mata dure Heera mootummaa fi mirga dhala namaa irratti hubannoo seera kenne.

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree  gaafa guyyaa 1/3/2015 barattoota mana barumsa Inaaftuutiif mata dure mirga Daa'imma...
11/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 1/3/2015 barattoota mana barumsa Inaaftuutiif mata dure mirga Daa'immani fi dubartoota irratti hubannoo seera kenne.

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 29/2/2015 barattoota mana barumsa    Kimmooyeetiif mata dure Gadaansa s...
09/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 29/2/2015 barattoota mana barumsa Kimmooyeetiif mata dure Gadaansa seeraan alaa irratti hubannoo seera kenne.

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 29/2/2015 barattoota mana barumsa Hawwii Boruutiif hubannoo seeraa kenn...
08/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 29/2/2015 barattoota mana barumsa Hawwii Boruutiif hubannoo seeraa kenne. Hubannoo seera kennuun itti fufa.

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 25/2/2015 barattoota mana barumsa Ejeree Cangareetiif hubannoo seeraa k...
07/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 25/2/2015 barattoota mana barumsa Ejeree Cangareetiif hubannoo seeraa kenne.

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 25/2/2015 barattoota mana barumsa Tulluu Kormaatiif hubannoo seeraa ken...
05/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 25/2/2015 barattoota mana barumsa Tulluu Kormaatiif hubannoo seeraa kenne

04/11/2022
Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 25/2/2015 barattoota mana barumsa Ifa Bariitiif mata duree yakkoota mir...
04/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 25/2/2015 barattoota mana barumsa Ifa Bariitiif mata duree yakkoota mirga namummaa irratti raawwataman fi adabbii hodofsiisu irratti hubannoo seera kenneera.

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 25/2/2015 barattoota mana barumsa cirriitiif mata duree gidaansa seeràa...
04/11/2022

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Ejeree gaafa guyyaa 25/2/2015 barattoota mana barumsa cirriitiif mata duree gidaansa seeràan alaa irratti hubannoo seera kenne jira. Hubannoo kennuun itti fufa.

Address

Go/Sh/Lixaa
Hagere Hiywot

Telephone

+251913076329

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira A/Alangaa Aanaa Ejeree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category