Mana Murtii Aanaa Gololchaa

Mana Murtii Aanaa Gololchaa Gololcha Woreda Court

05/09/2022
27/08/2022
17/08/2022
28/07/2022

Abbootiin Seeraa Manneen Murtii Oromiyaa Adoolessa 21 bara 2014 irraa eegalee hanga Fuulbaana 20 bara 2015 tti boqonnaa bahu.

Ji'oota 10 guutuu haalota mijataa ta'anii fi hin taane keessatti dadhabbii fi nuffii tokko malee tajaajilaa turtanii boqonnaa waggaa keessanii baga nagaan geessan yommuu jennu dhamaatii fi carraaqqii taasisaa turtanii fi bu'aa buustaniif galata guddaa qabnu wajjin ta'uu isiniif ibsina. Boqonnaa gaarii akka isiniif ta'us onneerraa isiniif hawwina.

Abbootiin dhimmaa keenyas dhimmoota ariifachiisoo akka keessummaa'an Gumii Bulchiinsa Abbootii Seeraatiin murtaa'an irraa kan hafe dhimmoota biroo kan hin keessummeessine ta'uu asumaan akka beektan jenna. Dhimmoota adda bahanii yeroo gannaatti keessummaa'uu danda'anis kan isiniif ibsinu ta'a.
••••
𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝐠𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚

Address

Goba
2130

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa Gololchaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mana Murtii Aanaa Gololchaa:

Share

Category