Maammaa Yaassin page

Maammaa Yaassin page Dadhabbiin kharaa Rabbii kheysatti dabarsan ni dabarti,
Ajriin isiidhaa ammoo ol namaaf khaayamti

Yeroon tee jireenya keeti💯Bishaan yaa’u,yeroo takka qofaaf ijaan argita,inni booda dhufu isa dura dabre dhiiba,yeroonis,...
08/06/2026

Yeroon tee jireenya keeti💯
Bishaan yaa’u,yeroo takka qofaaf ijaan argita,inni booda dhufu isa dura dabre dhiiba,
yeroonis,bishaan yaa’uun wal-fakkaata! yeroon takka dabarraan,lamaffaa deebi'ee hin dhufu,
Tanuma🫰
Alfaaruq
Yeroo teetitti fayyadami✔️
fans

Eega miidiyaan kun baballatee namumaahuu adda wallaalle.Namuma lafarratti callisaa tahuu beeytu hogga asirratti ol bahe ...
01/06/2026

Eega miidiyaan kun baballatee namumaahuu adda wallaalle.
Namuma lafarratti callisaa tahuu beeytu hogga asirratti ol bahe hayyuu tahee as baha.
Isumaatu akkana je'ee ? Jettee yogga nama gaafatte; sun haasawa miidiyaatii waan jala laalan hin qabu namaan ja'an.
Ammoo yaroo biraa isuma kana madda oduu godhanii waan barbaadan ittiin@ deeggaran.
Ee! Laal! Dhaamsi kiyya akkana
yaroon yaroo kitaabban ilmii gadi taa'anii baratani. Oduu ifirraa dhiisii gad ji'ii kitaaba baradhu1
Ustaz Kenya jaalatamaa
@ Muhammad tu barreyse✍️

Anawaar Ahmad

Mam Yas

21/05/2026

قال الفضيل بن عياض رحمه الله:
من عمل بما علم استغنى عما لا يعلم، ومن عمل بما علم، وفقه الله لما لا يعلم .ومن ساء خلقه شان دينه وحسبه ومروءته.
✍️Mam Yas

Jarri asii gaditti suuraa isaanii argitan kun hundi addunyaa tanaaf ifaa tahanii kutan arrallee seenan waan gaarin isaan...
01/05/2026

Jarri asii gaditti suuraa isaanii argitan kun hundi addunyaa tanaaf ifaa tahanii kutan arrallee seenan waan gaarin isaan yaadatti😘 waan sidhibu jarri kun hundi yatiima (nama osoo inni daa'imaa abbaan irraa du'e turan) kana jechuun rabbiin waan fedhe yoo sitti fides bakka siin gahatuu fedhe sumaan gaha.
1-الشيخ محمد بن صالح العثيمين نشأ يتيما.
2-والشيخ محمد بن إبراهيم آل الشيخ نشأ يتيما.
3-والشيخ عبد الله محمد بن حميد نشأ يتيما
4-العلامة محمد الأمين الشنقيطي نشأ يتيما.
5-والعلامة صاح بن محمد الحيدان نشأ يتيما
6-العلامة عبد العزيز آل الشيخ نشأ يتيما
7-والعلامة صالح الفوزان نشأ يتيما.
8-والعلامة عبد الرحمن السعدي نشأ يتيما
9-والعلامة عبد العزيز بن باز نشأ يتيما
والحمد لله، كل ما فعل الجليل فهو الجميل. فكم من أناس حملوا الإسلام الصحيح ،والسنة الحقيقة، على علم 📖 هؤلاء؟ لا تعد ولا تحصى والله، ليس العيب من عاش ضعيفا في معصية الله ومات قويا في طاعة الله ، إن ماالعيب لمن عاش قويا في معصيةالله ومات ضعيفا في في طاعة الله

اللهم اغفر لآبائنا آبآءهم وأمهاتنا وأمهاتهن برحمتك يا أرحم الراحمين با رب العالمين. 🤲🤲🤲

Yeroon addunyaa tun guutumattuu gabaabdudha.Gabaabduu tahumaan wajji nuduras nama hedduutu jiraachaa ture.Xiqqumaatu haf...
22/04/2026

Yeroon addunyaa tun guutumattuu gabaabdudha.
Gabaabduu tahumaan wajji nuduras nama hedduutu jiraachaa ture.
Xiqqumaatu hafe jechuudha, xiqqoo hafte sanirrahis tan siif kannamte waanuma xiqqo fagaattu waggaa 60ma ykn70ma haganuma,
kana jechuun yeroo kanarraa kaafnee gaafa waggaa dhibbaa nuti warri arra lafa gubbaa jirru kilun lafa jala jirra jechuudha😭
arruma odoo dachii gubbaa jirruu haga nuuf hafe kessatti waan rabbiin nurraa jaalatu waan dhaloota jiruu fi kan dhufanis fayyadu dalaguun haaxumurruu jechuma.

16/04/2026

اللهم صل على محمد وعلى آل محمد
كما صليت على آل إبراهيم إنك حميد مجيد
اللهم بارك على محمد وعلى آل محمد كما باركت على آل إبراهيم إنك حميد مجيد

05/04/2026

Nagayni akka hedduu barbaachisaa tahe waan barana mudanne kanarraa tilmaamun naman dhibdu

05/04/2026

Yaa rabbi biyya teenya
fii biyya hundattuu nagya nuuf buusi🤲

Address

Galamso

Telephone

+251914963720

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maammaa Yaassin page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Maammaa Yaassin page:

Shortcuts

Share