Shaallamaa margaa

Shaallamaa margaa Waaqeffannaa

28/02/2026

Waliin Ayeetuu Obsanii – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 4f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

14/02/2026
14/02/2026

Dookimantarii keenya har’aa kanaan, miidhaa gamaafi gamanaan walirratti raawwatamaa ture gidduudhaa furuun fayyinni bal’aan taasifamuusaa kan isin biraan geenyu ta’a!

23/01/2026

Waliin Aliyi sabit show – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

Warraa duraa 2% keessan jira akka deeggaraa Shallama margaa tti. Torban darbe tarree hirmaannaa torbanii isaanii irratti...
18/01/2026

Warraa duraa 2% keessan jira akka deeggaraa Shallama margaa tti. Torban darbe tarree hirmaannaa torbanii isaanii irratti qabxii 402n argadhe.

12/01/2026

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, Konyaa Boosat, Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajame. Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti ayyaanota kabajaman keessaa isa tokko kan ta’e Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo, amajjii 3/2...

12/01/2026

Jalaali Bu'ura irraatti wal jalaatan qaba..
1Kayyoo irraatti
2 Feedhii irraatti
3 Hawaasuma irraatti fi Wan heddu irraattii hunda'ee Jalaalii Jiraata.
kanaf.Jalaali Hunda galeessa ta'ee immoo jalala bu'urri issaa Kayyoo irraatti hunda'ee ta'ee kan Waa hunda Of keessaatti hamatudha.fkn.dhalootuma,Hawaasuma,Fi kana hunda Of keessaatti qabaachuun waan kana Hunda Of keessaatti hamaate Baburaa ta'ee Nama waliin jiraachisa osoo gama tokkooti hin jallaatin.
2.jalaalii bu'urri issa feedhii irraatti hundaa'ee walin jireenyii isa gabaabadha sabaabni isa duraayuu. feedhii isa guutaachuf Qamni ta'e qama biraa irraati hiraakachun Wan ɓarbaadu San guutaachuuf kan Demmu ta'a.gaafa waan barbaadu Argaatee dhise dema .ykn Ni darba.
2'1 yoo waan barbaadu san irra dhabees takka dhise Demmu takka jalaala Dura jiru San busheechuutu demma jeechudha.
Hub: Jaalali sirrin jalaala kayyoo irraati hunda'uun. Waa hunda Waliti qabaate demmu Santu sirridha.jaalali Kayyoo irraatti hunda'ee Waa heddu Of keessa qaba.kayyo walin ijaramani ilman walin horufas ni dabalata..

12/01/2026

Namaati maramuun yoo jalaala ta'ee bofa Caala kan namati maramuu Hin jiru jedhe Caalaa Bultumee.kan siti maramee hunda Fira hin se'in jeechun dubbii issa xumuree!

12/01/2026

essaa demma jiru?

Address

Dadar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaallamaa margaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category