Geda free legal Awareness

Geda free legal Awareness Gorsaafi hubannoo seeraa bilisaa argachuuf page kan like and follow godhaa.

Yakkoota Saalqunnamtiin wal qabatan.           Post one 1 Dubartiin tokko dhiirra tokko dirqisiistee ishee waliin quunna...
19/07/2023

Yakkoota Saalqunnamtiin wal qabatan.
Post one
1 Dubartiin tokko dhiirra tokko dirqisiistee ishee waliin quunnamtii saalaa akka raawwatu yoo taasifte seeraa yakkaa keewwata 621n hidhaa cimaa waggaa shan(5) hin caalleen nii adabamti.
Kan durbaa hoo???? loading......

To the future lawyer reading this,May you always be reminded that it's not going to be easy. The pursuit of the law requ...
09/07/2023

To the future lawyer reading this,

May you always be reminded that it's not going to be easy. The pursuit of the law requires sacrifice beyond compare. You will need to give up certain things in order to fulfill your destiny.

You will fail. Trust me when I say the same. Whether it is for a subject of for something else, you will eventually stumble.

Be reminded that this is a part of the process.

You cannot come out unscathed. Law school is a journey wherein there is no clear and straight path. You will encounter mountains of tests.

These obstacles will see how far you can go.

If you ever doubt yourself, look where you stand and look how far you've come. Small steps are still steps that are necessary for you to succeed.

Always look forward to what tomorrow brings.

Tell yourself that you did not come this far only to come this far.

You will become a lawyer soon.

Trust the power and will within you.

Keep fighting, future pañeros and pañeras 💫

19/04/2023
Baga ayyaana Qillee nagaan geessan ayyaana gaari isiin hata'uu.
07/01/2023

Baga ayyaana Qillee nagaan geessan ayyaana gaari isiin hata'uu.

22/11/2022


✍️Mormiin sadarkaa duraa mormiiwwaan osoo gara falmii ijootti hin seenne dura Ka'uu qaban mirgaa fi dirqama wal falmitoonni falmii bu'uura keessatti qaban kan hin ilaallannee fi falmii ijootti osoo hin seenin ilaallamanii fudhatama yoo argatan himannaa dhiyaate kufaa gochuu kan danda'aniidha.SDFHH keewwata 244(1)

✍️Mormii sadarkaa duraa ni qabdaa jechuun Manni murtii himatamaa yeroo gaafatu ee niin qaba jechuun himatamaan wantoota rogummaa hin qabne dubbata mormii sadarkaa duraa gaafatamee jecha amantaa fi waakkii yeroo kennuus ni mul'ata kuni hubannoo dhabuu hawaasa keenyaa irraa madda waan taheef jecha wantoota dhimmoota Hariiroo Hawaasaa keessatti akka mormii sadarkaa duraatti ka'uun himannaa nurratti dhiyaate kufaa gochuu danda'u akka itti aanutti haa ilaalluu;

✍️1.Aangoo mana murtii mormii sadarkaa duraa bu'uura kwt. 244(2)(a) tiin Aangoo mana murtii ilaalchisee kan dhiyaatuudha bu'uura labsii Mana murtii hundeessuuf bahe labsii lakk 2016/2011 tiin
Aangoon manneen murtii sadarkaan jiruu tumamee jira.

✍️Manni murtii dhimmichi dhiyaateef aangoo dhimmicha ilaaluu kan hin qabne yo tahe akka mormii sadarkaa
duraatti ka'uun himannichaa kufaa ni taasisa.

✍️Akka qajeeltootti mormii sadarkaa duraa yo himatamaan kaafate malee manni murtii kaasuuf dirqama
akka hin qabneetti beekama haa tahuu malee Aangoon mana
murtiin wal qabatee yo himatamaan hin kaafannees manni kaasuun himannicha kufaa gochuu qaba.

✍️2. Dhimmaa Murtii Dhumaa Argate(resjudicata).dhimmii murtiin dhumaa irraatti kenname yeroo lammataatif himannoon irratti dhiyaachuu akka hin dandeenye seera deemsaa falmii hariiroo hawaasa kewwata 5 jalatti
tumameera.Bu'uura kanaan yoo dhiyaate immoo himatamaan
akka mormii sadarka duraatti kaasuu akka danda'us tumaa kwt 244(2)(b) irraa ni hubatama.

✍️3.Dhimmi tokko mana murtii ykn Dhaddacha tokko olitti dhiyaachuu dhimmi tokko mana murtii ykn dhaddachaa tokko olitti dhiyaachuu akka hin qabne kewwata 7(1) jalatti
tumameera.mani murtii dhimma mana murtiin dhaddachaa biraatiin laallama jiru ofittii fudhee ilaaluuf aangoo akka hin qabne (pendency )haala dirqisiisaa ta'een kewwata 8(1) jalatti tumameera.

✍️4.Hayyama himmannoo dhiyeessuuf yeroo tokko tokko eeyamni ni barbachisa(fkn seera daldalaa kwt 365, kwt. 250) bu'uura
kanaan eeyyama malee himannii yoo dhiyaatee bu'uura kwt.244(2)(e) akka mormii sadarka duraatti ka'uu ni danda'aa.

5.Darbiinsa Yeroo abbaan mirgaa yeroodhaan mirga ofiitti fayyadamuu qaba. abbaan idaas umrii isaa guutuu yaadan dhiphachuu hin qabu.
bu'uura kanaan darbiinsi yeroo daangaa yeroo seeraa kessattii
himannoon tokko ykn wanti tokko ittin rawwatamuu qabu ilaalchisee tumaamudha. yeroon kuniis akkummaa haala isaatti seerota muummee ykn seerota deemsaa falmii kessatti tumamuu ni danda'a.

6.Dhimma Jaarsummaaan ykn waltahiinsaan ilaallame Xumura argate dhimmi araaraan yoo dhume ykn falmittonni dursanii dhimmaa
isanii walta'insaan ykn jaarsummaan hiikuuf yoo waliigalan fi himanni yoo irrattii dhitatee bu'uura kwt 244(2)(g) tiin akka mormii sadarkaa duraati ka'uu akka danda'u tumameera.

✅️himatamaan deebii barreeffamaan yeroo dhiheeffatu mormii sadarkaa duraa isaa keessatti barreeffatee dhiheeffachuu qaba

✅️himatamaan guyyaa dhagaha duraa yeroo falmii afaanii gaggeessuus mormii sadarkaa duraa sirritti kaafachuu qaba.
https://t.me/NuraddinFHS
Galatoomaa

17/11/2022

Police station is the best law school in Ethiopia.You will find new law and procedure there🤪🤪🤪

07/11/2022

📒 🍁🌺 📚📖📝
🖍 Kabajamtoota fi jaalatamtoonni hordoftoonni hundi keessan nageenyi Rabbii isinii wajjiin haa ta'u jechaa 🙏 kanneen irra daddebitanii barreeffama lafa baadiyyaa irratti bifa kitaaban yeroo darbe Maxxansite argachuu hin dandeenye jechaa jirtaniifi miseensoonni haareyni amma dabalamtaniis akka argattaniif irraa deebi'iin isiniif maxxansa
https://t.me/binimoslawyer


Kitaabni kuniis Gaaffii hawaasa keenyaa fi dhimma mana murtii rakkisaa jiruu fi rakkoo hundaa kan ta'e dhimma lafa baadiyyaa irrattii barreeffama gabaabaa hayyoonni seera keenya yeroo garaagaratti bifa hubannootin fuuloota hubannoo seeraa isaani irratti maxxansaniifi kitaaboole seeraafi seeroota naannoo keenyaa, kan federaalaa fi murtiilee dhaddacha ijibbaataa fi qabatama hawaasa keessa jiru walittii qabuun isiinif qopheessedha mata duree isaas.
''' .jedhuu fi kan fuula #40 qabu afaan Oromoon qopheesse isiinif qopheesseen jira kanafuu telegramaa koo jalatti isiinifan maxxansaa link kanaan buufachuu dandessu akkasumaas waliif dabarsuun yookiin facebook fi telegraaami keessan irratti maxxansuun namoota hunda bira akka gahu godhuun isiniis dirqama lammummaa keessan bahaadha.🙏
https://t.me/binimoslawyer

  🇪🇹🇪🇹🇪🇹
03/11/2022


🇪🇹🇪🇹🇪🇹

ሁለት ህጻናትን በአሰቃቂ ሁኔታ ህይወታቸው እንዲያልፍ አድርጋለች ተብላ የተከሰሰችው የቤት ሰራተኛ የግድያ ወንጀሉን አልፈጸምኩም ስትል የዕምነት ክህደት ቃሏን ሰጠች።ተከሳሽ ህይወት መኮንን ሀ...
01/11/2022

ሁለት ህጻናትን በአሰቃቂ ሁኔታ ህይወታቸው እንዲያልፍ አድርጋለች ተብላ የተከሰሰችው የቤት ሰራተኛ የግድያ ወንጀሉን አልፈጸምኩም ስትል የዕምነት ክህደት ቃሏን ሰጠች።

ተከሳሽ ህይወት መኮንን ሀይሉ በነሃሴ 26 ቀን 2014 ዓ/ም ከጠኋቱ 3:30 ላይ በለሚኩራ ክ/ከ አራብሳ ኮንዶሚኒዬም በቤት ሰራተኛነት ተቀጥራ በምትሰራበት መኖሪያ ቤት ውስጥ ምክንያቱ ባልታወቀ ሁኔታ የህጻን ግዮናዊት መላኩ አፏን በማፈን በቢላ በማረድ ህይወቷ እንዲያልፍ ማድረጓን እና ህጻን ክርስቲና መላኩን ደግሞ አፍፏን በማፈን በማነቅ በአጠቃላይ ህፃናቶቹን በአሰቃቂ ሁኔታ ህይወታቸው እንዲያልፍ አድርጋለች ሲል በግድያ ወንጀል እና በወቅቱ የሟች ቤተሰቦችን የሰነድ ማስረጃዎች ቀዳዳ በመጣል በአጠቃላይ በተደራራቢ ክስ ዓቃቢህግ በጥቅምት 15 ቀን ክስ መመስረቱ ይታወሳል።

ተከሳሿ ክሱ ከደረሳትና ከተነበበላት በኋላ ጠበቃ የማቆም አቅም እንደሌላት መግለጿን ተከትሎ ፍርድ ቤቱ የመንግስት ተከላካይ ጠበቃ እንዲመደብላት በማዘዝ ማረሚያ ቤት ሆና ጉዳይዋን እንድትከታተል ትዛዝ ሰቶ ነበር።

ተከሳሿ ዛሬ በፌደራል ከፍተኛ ፍርድ ቤት ልደታ ምድብ 1ኛ የከባድ ግድያና ውንብድና ወንጀል ችሎት በነበረ ቀጠሮ ቀርባ የግድያ ወንጀሉን አልፈጸምኩም ስትል የዕምነት ክህደት ቃሏን ሰታለች።

ከሳሽ ዓቃቢህግ ለወንጀሉን መፈጸም የሚያስረዱ የሰው ምስክሮች ለማሰማት ተለዋጭ ቀጠሮ እንዲሰጠው ጠይቋል።

ፍርድ ቤቱም የዓቃቢህግ ምስክሮችን ለመስማት ለጥቅምት 30 ቀን ተለዋጭ ቀጠሮ ሰቷል።
ጋዜጠኛ ታሪክ አዱኛ

Address

Asella

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Geda free legal Awareness posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share