01/01/2025
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Honqooloo Waabee Guyyaa har'aa jechuun gaafa guyyaa 23/04/2017 Radio Damee Asallaa FM 90.0 irrattii argamuun Hubannoo Seeraa Mata duree Qajeeltoowwan Bu'uuraa Heera Mootummaa FDRI irratti Tamsaasa kallattiin kenninee jirra.