Amaanu'el TV

Amaanu'el TV Waaqayyoo Nu Waajji Jiraa

“Yesus deebisee, "Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu.”  Yoh. 14:6
07/05/2026

“Yesus deebisee, "Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu.”
Yoh. 14:6

Is what the nurse is doing right or wrong?
07/05/2026

Is what the nurse is doing right or wrong?

Which number should be placed in that space?
07/05/2026

Which number should be placed in that space?

Haati waggoota 12f dhala dhabde  altakkoon daa’imman 5 badhaate.Amaanu'el Middiya Ebla 28,2018Magaalaa Hararitti haati d...
06/05/2026

Haati waggoota 12f dhala dhabde altakkoon daa’imman 5 badhaate.

Amaanu'el Middiya Ebla 28,2018

Magaalaa Hararitti haati dhala dhabdee turte tokko altakkaan daa’imman 5 nagaan ofkolte.

Ga’eettiin waggaa 35 Aadde Badriyaa Aadam dhala argachuuf waggaa 12 hawwaa erga turanii booda miilana altakkaan ilmaan dhiiraa 4fi dubara 1 nagaan dahuun haadha ijoollee ta’an.
Hospitaala Hiwoot Faanaa Yuunivarsiitii Haramaayaatti Ispeeshaalistiin Ulfaafi Gadameessaa Dr. Obsaa Hassan, haati kun Hospitaalichatti deddeebi'uun hordoffii gochaa turuun, Ebla 27,2018 galgala naannoo sa’aatii 3:30tti daa’imman shan altakkaan nagaan ofkaluusaanii dubbatan.

Harmeen kun jiraattuu Naannoo Hararii Aanaa Soofii Ganda Qilee yoo ta’an, waggaa 12 oliif dhala dhabuun Hospitaalatti deddeebi'uun qoricha ‘Ovulation induction’ jedhamu fudhachaa waan turaniif, yaaliin kunimmoo daa’imman lakkuu akka ulfooftu gochuu mala jedhan, Dr.Obsaan.

Gaafa nama badhaasu badaa nama hin dhamaasu jechuun waan akkanaati mitiiree! Harmeen kunis yeroo ammaa gammachuunsaanii dacha ta’uu himan.

Daa'imman dhalatanis iddoo kunuunsa daa'immaniitti tajaajila barbaachisu argataa jiraachuu kan himan Dr.Obsaan, fayyummmaan haadhaas ta’e kan daa’immanii haala gaariirratti argama jedhan.

Kamaal Ahmadeetu gabaase.

Kun Milkii addaati!Haati dhala argachuuf waggaa 12 dhamaate tokko altakkaan daa’imman 5 badhaate.OBN Afaan Oromootti
06/05/2026

Kun Milkii addaati!
Haati dhala argachuuf waggaa 12 dhamaate tokko altakkaan daa’imman 5 badhaate.
OBN Afaan Oromootti

Kampaaniin    namittii kanaaf dollar 5M(800,000,000ETB) kennuufiif waadaa galeera. Jalasiin sababuma kopheewwan Timperla...
05/05/2026

Kampaaniin namittii kanaaf dollar 5M(800,000,000ETB) kennuufiif waadaa galeera. Jalasiin sababuma kopheewwan Timperland achirra jiran kun asbahanii mull'ataniif qofa waamichi badhaasa kanaa ta'eef. From zero to hero jette faranjiin🤔😃

Kalu putuc maqaan inistegrm guyyaa shan hin caalle keessatti followors miliyeena gale ajab dhalataa naanno tigraay yoo ta'u samoona gara media kana dhufe hammumma dhufetti ol dhiitame guyyaa tokko afaan isaatin dubbatte follow na godhaa jedhee iyyee iyyisiise hin beeku amma yoo inisteegrama keessa gad seentan waa'ee isaa irraa namni hin dubbanne hin jiru😅

"Hamma gaafa dhugaan isaa ifa bahuutti haguuggii gurraacha kana lafa hin ka'u" 💔~Haadha Wabii
05/05/2026

"Hamma gaafa dhugaan isaa ifa bahuutti haguuggii gurraacha kana lafa hin ka'u" 💔~Haadha Wabii

Siidaan yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetiin ijaarame kun Ebla 27 bara 2018 Kabajamo...
05/05/2026

Siidaan yaadannoo Artisti Haacaaluu Hundeessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetiin ijaarame kun Ebla 27 bara 2018 Kabajamoo Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen eebbifame!

04/05/2026
  ayii maalif filattee kana😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Following Tiểu Hý Hypebits Eduard "The Landslide" Folayang Wine Fol...
03/05/2026

ayii maalif filattee kana
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

Following
Tiểu Hý
Hypebits
Eduard "The Landslide" Folayang
Wine Folly

Address

18
Ambo
OROMOO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amaanu'el TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category