02/08/2025
Iccitii lakkoofsa "7" jedhu.
==
*Lakkoofsi torba mallattoo fi hiika gadi fagoo qaba. Warra Ibrootaaf lakkoofsi torba lakkoofsa mudaa hin qabne dha.
*.Waaqayyo guyyoota Isniina hanga Wiixataa akka lakkoofsa torbaatti murteessee jira. (Fakkeenya 24:16)
*.Israa'eloonni Gibxii keessatti garbummaa jalaa ba'anii yeroo gammoojjii Siinaa keessa deeman duumessa torbaan durfamaniiru (Keessa Deebii 13:21).
*.Israa'eloonni guyyaa torba walitti aansuun Yerikoo akka naanna'an, guyyaa torbaffaatti immoo yeroo torba akka naanna'an ajajaman. (Iyaasuu 6:15)
*.Pheexiros yeroo torba qofa osoo hin taane, yeroo torbaatamii torba obboleessa isaaf dhiifama akka godhu ajajame.
(Maatewos 18:21, 22)
*Fakkeenyonni lakkoofsa torbaa biroo gabaabinaan akka armaan gadiitti dhiyaatanii
⤵️⤵️⤵️
========================
Waaqayyo waan uume hundumaa raawwatee guyyaa torbaffaatti waan boqoteef, guyyaa sana in eebbise, in qulqulleesses.(Uma."2:3")))
⤵️⤵️⤵️⤵️
"Gooftaa, obboleessi koo si'a meeqa yoo na yakke dhiisuuf? Hamma si'a torbaattii?" jedheen.
"Ani hamma si'a torbaatamii torbaatti malee, hamma si'a siin hin jedhu" jedheen.((Mat.18:21-22))
. (((Luq. 17:3-4))))
obboleessi kee yoo si yakke, jabeessi isa gorsi, inni yoo yaada garaa isaa geddarate dhiisiif.
Guyyaattis si'a si yakke, si'a immoo gara keetti deebi'ee, 'Nan gaabbe anaaf dhiisi!' yoo siin jedhe dhiisuufiitu siif ta'a" jedhe.
⤵️⤵️⤵️⤵️
♻️Waaqayyo wanta ja'a in jibba, isa immoo in ciigga'a; (Fak."6:16:19")👈
1️⃣. Nama waan guddaatti of ilaalu,
2️⃣. Arraba sobu,
3️⃣. Harka dhiiga nama balleessaa hin qabnee dhangalaasu,
4️⃣.Garaa akeeka hamaa yaadee qopheessu,
5️⃣.Miilla waan hamaa gochuuf ariifatee fiigu,
6️⃣.Nama sobaan nama irratti dhugaa ba'u,
7️⃣.Isa soba gad jijjigsu, nama gargar ba'uu obboloota gidduutti facaasuu dha.
⤵️⤵️⤵️⤵️
♻️JECHOOTA ABDI QABAN GOOFTAA KEENYAA DUBBATE (7)
1️⃣. "Tikseen gaariin ana
____@Yoh. "10:11"
2️⃣. "Ani ifa biyya lafa