Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Noonnoo

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Noonnoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Noonnoo, Lawyer & Law Firm, Nono Shewa, Ambo.

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Noonnoo Guyyaa 09/09/2014  irraa eegalee hanga guyyaa  11/09/2014 tti manneen barnootaa ga...
22/05/2022

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Noonnoo Guyyaa 09/09/2014 irraa eegalee hanga guyyaa 11/09/2014 tti manneen barnootaa garaa garaatti:
1. M/Barumsa sad.1ffaa Silkaambaa
2. M/Barumsa sad.1ffaa Caffee gadaa
3. M/Barumsa sad.1ffaa Oolmaa addaa Silkaambaa
4. M/Barumsa sad.2ffaa Silkaambaa
5. M/Barumsa sad.2ffaa Caandoo tti
mata dureewwan:

1. Maalummaa Yakkaa fi hirmaannaa yakkaa;
2. yakkoota daa'immanii fi dubartoota irratti raawwataman fi adabbii isaanii;
3.Labsii Haasawa jibbinsaa fi tamsaasa odeeffannoo Sobaa lakk.1185/2012
fi k.k.f irratti
hubannoo seeraa barattootaa fi hawaasa mana barnootichaaf haala ho'aa ta'een kennaa tureera.
Manneen barnootaa fi bakkeewwan barbaachisoo biroottis hubannoo seeraa kennuun itti fufa...!

Address

Nono Shewa
Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Noonnoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share