๐๐ˆ๐๐ˆ๐Œ๐Ž๐’ ๐’๐‡๐ˆ๐Œ๐€๐‹๐ˆ๐’ - ๐‹๐€๐–๐˜๐„๐‘

  • Home
  • Ethiopia
  • Addis Ababa
  • ๐๐ˆ๐๐ˆ๐Œ๐Ž๐’ ๐’๐‡๐ˆ๐Œ๐€๐‹๐ˆ๐’ - ๐‹๐€๐–๐˜๐„๐‘

๐๐ˆ๐๐ˆ๐Œ๐Ž๐’ ๐’๐‡๐ˆ๐Œ๐€๐‹๐ˆ๐’ - ๐‹๐€๐–๐˜๐„๐‘ Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa (แŒ แ‰ แ‰ƒ แŠ“ แ‹จแˆ…แŒ แŠ แˆ›แŠซแˆช)
โ˜Ž๏ธ 0911932736 / 0927795673

Join๐Ÿ‘‰ https://t.me/binimoslawyer
(4)

Advocate and legal Consultant at law
Abukaatoo fi Gorsaa seeraa
แŒ แ‰ แ‰ƒ แŠ“ แ‹จแˆ…แŒ แŠ แˆ›แŠซแˆช

๐Ÿ•‹    ๐Ÿ•Œ ๐Ÿ•‹ EID MUBAREK Obboleeyyan koo Hordoftootni amantii Islaamaa Addunyaa mara irra jirtan hundi baga Iid Al-Adha(Araf...
26/05/2026

๐Ÿ•‹ ๐Ÿ•Œ ๐Ÿ•‹ EID MUBAREK Obboleeyyan koo Hordoftootni amantii Islaamaa Addunyaa mara irra jirtan hundi baga Iid Al-Adha(Arafaa) bara 1447ffaa (AH) nagaan geessan. Ayyaanni kun kan milkii,kan jaalalaa fi gammachuu bakka jirtanitti isiniif haa ta'u.
IID MUBAARAK

แˆˆแˆ˜แˆ‹แ‹ แ‹จแŠฅแˆตแˆแˆแŠ“ แŠฅแˆแАแ‰ต แ‰ฐแŠจแ‰ณแ‹ฎแ‰ฝ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แˆˆ1447แŠ›แ‹ แ‹“แˆ˜แ‰ฐ-แˆ’แŒ‚แˆซ แ‹จแ‹’แ‹ต แŠ แˆ-แŠ แ‹ฐแˆƒ แ‰ แ‹“แˆ แ‰ แˆฐแˆ‹แˆ แŠ แ‹ฐแˆจแˆณแ‰ฝแˆ/แŠ แ‹ฐแˆจแˆฐแŠ•แข
แ‹’แ‹ต แˆ™แ‰ฃแˆจแŠญ

๐Ÿ•‹ ๐Ÿ•Œ I wish you all a very happy and peaceful Eid. May Allah accept your good deeds, forgive your mistakes and ease the suffering of all people around the globe Eid al Adha Mubarak

ุฅุฎูˆุงู†ูŠ ูˆุฃุฎูˆุงุชูŠ ุงู„ู…ุณู„ู…ูˆู† ุงู„ุฃุนุฒุงุก ุŒ ุฃุญุจูƒู…
ูˆุฃุญุชุฑู…ูƒู… ุนูŠุฏ ู…ุจุงุฑูƒ

Bifa haaraya san nuufis himaa itti nyaanna ๐Ÿฝ๏ธ jarri funyaanii fi gurraan nyaachuu jalqabanii ?๐Ÿ˜€ Dhuguma Afaan wallaalani...
26/05/2026

Bifa haaraya san nuufis himaa itti nyaanna ๐Ÿฝ๏ธ jarri funyaanii fi gurraan nyaachuu jalqabanii ?๐Ÿ˜€
Dhuguma Afaan wallaalaniiti moo? Rakkinni isaan Afaan kanaa wajji qaban maali?

25/05/2026
Dambii Komishinii Aniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaa hundeessuuf bahe Lakk. 575/2018 ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น Nuclear Energy Establishment regul...
25/05/2026

Dambii Komishinii Aniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaa hundeessuuf bahe Lakk. 575/2018
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น Nuclear Energy Establishment regulation no.575/18

Dubbisaamee
Pdf๐Ÿ‘‰ https://t.me/binimoslawyer

  ๐ŸŽ€๐ŸŒน Arsenal๐€๐…๐“๐„๐‘ ๐“๐–๐„๐๐“๐˜โ€‘๐“๐–๐Ž ๐˜๐„๐€๐‘๐’ ๐Ž๐… ๐‡๐Ž๐๐„, ๐‡๐„๐€๐‘๐“๐๐‘๐„๐€๐Š, ๐๐„๐‹๐ˆ๐„๐…, ๐€๐๐ƒ ๐”๐๐๐‘๐„๐€๐Š๐€๐๐‹๐„ ๐…๐€๐ˆ๐“๐‡, ๐€๐‘๐’๐„๐๐€๐‹ ๐€๐‘๐„ ๐‚๐‡๐€๐Œ๐๐ˆ๐Ž๐๐’ ๐Ž๐… ๐“๐‡๐„ ๐๐‘๐„๐Œ...
24/05/2026

๐ŸŽ€๐ŸŒน Arsenal
๐€๐…๐“๐„๐‘ ๐“๐–๐„๐๐“๐˜โ€‘๐“๐–๐Ž ๐˜๐„๐€๐‘๐’ ๐Ž๐… ๐‡๐Ž๐๐„, ๐‡๐„๐€๐‘๐“๐๐‘๐„๐€๐Š, ๐๐„๐‹๐ˆ๐„๐…, ๐€๐๐ƒ ๐”๐๐๐‘๐„๐€๐Š๐€๐๐‹๐„ ๐…๐€๐ˆ๐“๐‡, ๐€๐‘๐’๐„๐๐€๐‹ ๐€๐‘๐„ ๐‚๐‡๐€๐Œ๐๐ˆ๐Ž๐๐’ ๐Ž๐… ๐“๐‡๐„ ๐๐‘๐„๐Œ๐ˆ๐„๐‘ ๐‹๐„๐€๐†๐”๐„ 2025/26. ๐‹๐„๐“ ๐“๐‡๐„ ๐“๐„๐€๐‘๐’ ๐…๐€๐‹๐‹, ๐‹๐„๐“ ๐“๐‡๐„ ๐‹๐€๐”๐†๐‡๐“๐„๐‘ ๐‘๐ˆ๐’๐„, ๐“๐‡๐ˆ๐’ ๐Œ๐Ž๐Œ๐„๐๐“, ๐“๐‡๐ˆ๐’ ๐†๐‹๐Ž๐‘๐˜, ๐“๐‡๐ˆ๐’ ๐‰๐Ž๐”๐‘๐๐„Y

 Bara dorgommii gaarii ture. Keessattuu miidhagina kubbaa keessaa gaafa deeggartootni wal foggaraa, maqaa waliif moggaas...
24/05/2026


Bara dorgommii gaarii ture. Keessattuu miidhagina kubbaa keessaa gaafa deeggartootni wal foggaraa, maqaa waliif moggaasaa ( Shaashee, Askaaluu, zeebraa, wayyaaa fi kkf ) jechaa miira keessa wal galchaan namatti tola. Garuu, Adda kan godhu erga taphni xumurame booda inni mo'ees gammadaa isa mo'ame qoosaan tuttuqaa, inni mo'amees yeroma saniif aare rafuu fi bilbila cufatu ๐ŸŽ€

Keessattu gaafan ani Askaaluu jechaa foggoru namni heddun akkaan waanin ani Arsenal jibbuutti namoonni fudhatanii natti aaran heddudha.

Deeggaruun dhabuun waan biraati garuu hin jibbu sababniis dorgommi waan ta'eef hundu kanuma isaati faarsa. Gaafa comment fi Inboxe dhufanii na arrabsan ykn na doorsisan nan kolfa sababniis kubbaan yoo akkasitti miira keessa wal galchitu jaalalliis sitti dabala deema.

Aniis gaafa deeggartootni Shaashee ( Manchester ) rifeensa murachuf taphatu nuti geebaaf taphanna jedhani nu foggoraniis natti tola sababniis namni faallaa kiyyaa na faarsa jedhee hin eegu waan ta'eef ๐Ÿ˜€

Walumaagalatti kubbaan miilaa hariiroo namoota jiddu jiru cimsuu keessatti gahee guddaa qaba. Deeggartootni Arsenalis Baga gammaddan bara dorgommii gaarii fi Dorgommi cimaa ta'e dabarsanii waggaa 22 mo'attanii jirtu baga gammaddan.

Addatti Immoo Giifti Duree tiyya deeggartuu Arsenal cimtuu waliin mana tokko keessatti qabsoo keessa turre booda irra kolfaa fi gammachuu isiin xumuramee jira. Baga Gammadde

Namoonni dhugumaan natti mufattan yoo jiraattaniis kubba miilaa ta'ullee dhiifama.

24/05/2026

Magaalaa kam teessanii tapha xumuraa PL bara kanaa ilaalaa jirtuโ“

  ๐ŸŽ‰   ๐ŸŒน๐๐‘๐”๐๐Ž ๐…๐„๐‘๐๐€๐๐ƒ๐„๐’ ๐๐‘๐„๐€๐Š๐’ ๐‘๐„๐‚๐Ž๐‘๐ƒ ๐…๐Ž๐‘ ๐Œ๐Ž๐’๐“ ๐€๐’๐’๐ˆ๐’๐“ ๐ˆ๐ ๐€ ๐๐‹ ๐’๐„๐€๐’๐Ž๐! 2๏ธโƒฃ1๏ธโƒฃโœจKevin De Bruyne and Thierry Henry 20-assists...
24/05/2026

๐ŸŽ‰ ๐ŸŒน
๐๐‘๐”๐๐Ž ๐…๐„๐‘๐๐€๐๐ƒ๐„๐’ ๐๐‘๐„๐€๐Š๐’ ๐‘๐„๐‚๐Ž๐‘๐ƒ ๐…๐Ž๐‘ ๐Œ๐Ž๐’๐“ ๐€๐’๐’๐ˆ๐’๐“ ๐ˆ๐ ๐€ ๐๐‹ ๐’๐„๐€๐’๐Ž๐! 2๏ธโƒฃ1๏ธโƒฃโœจ

Kevin De Bruyne and Thierry Henry 20-assists record, ๐’๐’—๐’†๐’“โ€ฆ

๐Ÿ๐Ÿ ๐€๐’๐’๐ˆ๐’๐“๐’ ๐ˆ๐ ๐€ ๐’๐ˆ๐๐†๐‹๐„ ๐๐‘๐„๐Œ๐ˆ๐„๐‘ ๐‹๐„๐€๐†๐”๐„ ๐’๐„๐€๐’๐Ž๐ ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡น

Another One from the Gunner Fans,๐Ÿ˜€Jarri amma sodaa keessa nu galchaa jiru, haala kanaan mana manatti deemanii nu warra q...
24/05/2026

Another One from the Gunner Fans,๐Ÿ˜€
Jarri amma sodaa keessa nu galchaa jiru, haala kanaan mana manatti deemanii nu warra qoozzamaa fi qu'aaxxaraa ture hunda reebanii itti dhukaasuuf taa'u ๐Ÿ˜€

Nuti deeggartootni Shaashees isiniif gammadnee jirra ๐ŸŽ‰ Happy Coronation Day for Askuu ๐ŸŒน Giifti Duree tiyya baga gammadde...
24/05/2026

Nuti deeggartootni Shaashees isiniif gammadnee jirra ๐ŸŽ‰ Happy Coronation Day for Askuu ๐ŸŒน Giifti Duree tiyya baga gammadde ๐ŸŽ€

Address

Bole
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐๐ˆ๐๐ˆ๐Œ๐Ž๐’ ๐’๐‡๐ˆ๐Œ๐€๐‹๐ˆ๐’ - ๐‹๐€๐–๐˜๐„๐‘ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share