Daandiin kiyya Galaana

Daandiin kiyya Galaana Kaayyoon: Ta'eewwan keessaa fi alatti raawwatamaa jirani beeksiisuun hubannoo uumuudha.

24/03/2026

2 Xiimotewos 3:14-17

“Ati garuu waan barattee fi waan hubatte sanatti jabaadhu; eenyu irraa akka baratte beektaatii; akkasumas ati ijoollummaa keetii jalqabdee Katabbiiwwan Qulqulluu kanneen waaʼee fayyina karaa Kiristoos Yesuusitti amanuutiin argamu sanaaf ogeessa si taasisuu dandaʼan akkamitti akka baratte ni beekta. Katabbiin Qulqulluun hundi hafuura afaan Waaqaatii baʼeen kennaman; isaanis barsiisuuf, akeekkachiisuuf, sirreessuu fi qajeelummaan leenjisuuf ni fayyadu; kunis akka namni Waaqaa hojii gaarii hundumaaf guutummaatti hidhatee qophaaʼuuf.”

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daandiin kiyya Galaana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share