02/04/2026
Har'a injifannoo kabajaa boru fakkeenya taana!
==
Bitooteessi 24 guyyaa ijjifannoo fi biftuun bilisummaa ,Wal qixxummaafi haqaa Saboota, Sablammootaafi uummatoota Itoophiyaatii itti baatedha.
Kanuma sababeeffachuun hawaasni Godina Hargee Lixaa hiriirri deeggarsa guyyaa injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun kutaalee hawaasaa godinichaa hunda hirmaachise sadarkaa godinaa magaalaa Cirootti dhaadannoo garaagaraa dhageessisuun gaggeeffamaa jira.