Attorney Hassen Legal Consultancy Office

Attorney Hassen Legal Consultancy Office Quality legal service that satisfy the clients.

እኛ የአላህ ነን ወደ እርሱም ተመላሾች።إنا لله وإنا إليه راجعون
19/10/2025

እኛ የአላህ ነን ወደ እርሱም ተመላሾች።
إنا لله وإنا إليه راجعون

ሚስት በመሆኗ ብቻ!
26/09/2024

ሚስት በመሆኗ ብቻ!

26/09/2024

በኢትዮጵያ ሕግን ለማስፈጸም ምስልን የምንጠቀምበት አጋጣሚዎች አሉ? ካሉ ምሳሌዎችን ዘርዘሩ::

Itiyoophiyaatti carraan fakkii fayyadamnee seera raawwachiifnu jiraa? Yoo jiraate fakkeenyota tarreessaa.

Waliigalteen namoonni taasisan seera tahuu beeytuu? # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #Waliigalteen seera guutee taa...
30/06/2024

Waliigalteen namoonni taasisan seera tahuu beeytuu?
# # # # # # # # # # # # # # # # # # # #
Waliigalteen seera guutee taasifame kamuu seera namoota waliigaltee taasisan saniiti jechuun Seerri Hariiroo Siivilii Keewwata 1731 jalatti ni tuma.

Haata'uu malee, namoonni yeroo hedduu waliigaltee taasisan tumaa seeraa kana dagachuun gaabbii keessa galanii waliigalticha osoo hin raawwatin hafu.

Namni kaadames waliigaltee raawwateef gatii osoo hin kennin hafuun mirga ofii dhaba. Garuu, seerri waliigaltee seera guutee raawwate kamiifuu eeydoo (protection) taasiseefi jira. Namni mirgi isaa jalaa sarbame ykn waliigalteen akkaataa waliigalteetiin hin raawwatiniif mirga isaa Mana Murtii ykn qaama aangoo qabutti himatee kabachiifachuu ni dandaha.

Rakkoon akkanaa yoo isin muudate gara Dhaabbata keenyaa dhuftanii gorsa seeraa argachuu ni dandeessu.

Qabeenya yakkaan argame akka waan seeraan argamee fakkeessuu ykn shororkeessuummaa mallaqaan deegaruu wajjiin walqabatee...
11/06/2024

Qabeenya yakkaan argame akka waan seeraan argamee fakkeessuu ykn shororkeessuummaa mallaqaan deegaruu wajjiin walqabatee haasawa (communication) fi xalayoota namootni waljiijjiran qorattoonni ajaja Mana Murtii malee xalafuu akka danda'an Wiixineen Labsii hayyamu paarlaamaaf akka dhiyaate dhageenye.

Kuni immoo biyya akka teenyaa mirgi namaa sarbamaa oolu tanatti sarbamiinsi akka caalatti itti fufu (wide spread violation) karaa saaqa. Haasaya, xalayaa ykn odeeffannoo namootni waljiijjiran xalafuu haarayaa miti jechuu dandeessan hedduu keessan. Dhugaa keessani! Garuu, amma ajaja Mana Murtii malee halaala godhachuuti rakkoo ta'e. Kuni immoo mirgi namoota akka malee akka sarbamu caalatti karaa bana.

Namootni shakkaman beekamtii Mana Murtiitiin hordoffiin yoo irratti gaggeeffame mala taha. Paarlaamaan seera kana yoo labse dirqama Heera Mootummaa jalatti qabu waan kufe natti fakkaata.

ሽብርተኝነትን በገንዘብ የመርዳት ወንጀልን ለመመርመር ያለ ፍርድ ቤት ትዕዛዝመገናኛዎችን መጥለፍ የሚፈቅድ ረቂቅ አዋጅ ለፓርላማ ቀረበ፡፡ በወንጀል የተገኘ ንብረትን ሕጋዊ ከማስመ.....

ቅርብ ጊዜ በመኖሪያ ቤት ኪራይ አዋጅ ቁ. 1320/2016 ጋር ተያይዞ አንድ አንድ ማብራሪያዎችን መስጠቴ ይታወቃል፡፡ ያን ማብራሪያ መስጠት ያስፈለገበት የጉዳዩ አንገብጋቢነት ነው፡፡ ጉዳዩ ...
06/06/2024

ቅርብ ጊዜ በመኖሪያ ቤት ኪራይ አዋጅ ቁ. 1320/2016 ጋር ተያይዞ አንድ አንድ ማብራሪያዎችን መስጠቴ ይታወቃል፡፡ ያን ማብራሪያ መስጠት ያስፈለገበት የጉዳዩ አንገብጋቢነት ነው፡፡ ጉዳዩ ምን ያክል አንገብጋቢ መሆኑን ዘሬ ሸገር የአዲስ አበባ ከተማ ቤቶች ልማት እና አስተዳደር ኃላፊ ከሆኑት ከወ/ሮ ቅድስት ወ/ጊዮርጊስ እና ከአዲስ አበባ ነዋሪዎች ጋር ያደረገው ቃለ ምልልስ መረዳት ይችላል፡፡ ቃለ ምልልሱን ለመስማት https://youtu.be/xKBtoqLle1c?si=Ta4bl9aaDG4aenG4

Dhiheenya kana Labsii Bulchiinsaa fi Toohannaa Kiraa Mana Jireenyaa irratti hubannoo tokko tokko uumuun kiyya ni yaadatama. Hubannoon san uumuun kan barbaachiseef dhimmicha hedduu murteessaa waan taheef. Rakkoolee kana hubachuun har’a Raadiyoon Shaggar Itti gaafatamtuu Biiroo Misoomaa fi Bulchiinsa Manneenii Magaalaa Finfinnee kan ta’an Aadde Tigist w/Giyoorgiisii fi jiraattota magaalaa Finfiinnee wajjiin haasaya taasisee jira. Haasaya guutuu caqasuuf https://youtu.be/xKBtoqLle1c?si=Ta4bl9aaDG4aenG4

12/05/2024
Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaanuu baga Ayyaana Kabajamaa fi Jaalatamaa Iid Alfixriin isin gahe.ለመላው እስልምና እምነት ተከታዮ...
09/04/2024

Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaanuu baga Ayyaana Kabajamaa fi Jaalatamaa Iid Alfixriin isin gahe.

ለመላው እስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለታላቁ ኢድ-አልፍጥር በሰላም አደረሳችሁ።

Address

Bole Road
Addis Ababa
15564

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Attorney Hassen Legal Consultancy Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share