Mitiku Wakgari

Mitiku Wakgari Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mitiku Wakgari, Legal, Addis Ababa �, Addis Ababa.

10/03/2023

Hin baddu, itti fufte jiraata!!
አትጠፋም በሕይወት ትቀጥላል
‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️
Phexros gaafas Yohannisii wajjin namootatti dubbii kana dubbachaa utuu jiruu, luboonnii fi dura-buutuun eegduu mana qulqullummaa, Saduqoonnis isaan biraan ba'an*. Ergamoonni kun namoota barsiisanii, Yesus du'aa akka ka'e, du'aa ka'uunis akka jiru waan lallabaniif, isaanitti aaran*.
Hojii Ergamootaa 4:1-2

10/03/2023

Badhaadhinni Yesus malee duwwaa dha
ያለ ኢየሱስ ብልጽግና ባዶ ነው።

09/03/2023

Maqaa Iyyasuus Kiristoosiin salphinni mana kee keessaa haa bahu ulfinni mana kee haa seenu

09/03/2023

Maqaa Iyyasuus Kiristoosiin Eebba osoo hin taane, madda Eebbaa isa ta'e kiristoos waliin wal arigaa!!
በኢየሱስ ክርስቶስ ስም በረከት ሳይሆን የበረከት ምንጭ ከሆነው ከክርስቶስ ጋር ተገናኙ

09/03/2023

Wangeela maatewos 11:28-29
28, Yesus itti fufee "isin warri itti dhamaatanii dadhabdan,ba'aanis kan isinitti ulfaatu hundinuu gara koo jottaa;ani boqonnaa isiniifan kenna.
29,Waanjoo koo fuudhatii badhaa ana irraas baraa;anoo garraamidha kanan gad of deebises; bonnaas lubbuu keessanif ni argattu.

Kiristoos malee jireenyi hin jiruያለ ክርስቶስ ሕይወት የለም።without Christ there is no life
09/03/2023

Kiristoos malee jireenyi hin jiru
ያለ ክርስቶስ ሕይወት የለም።
without Christ there is no life

09/03/2023

Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne” jedhe.
Hojii Ergamootaa 4:12

መዳንም በሌላ በማንም የለም እንድንበት ዘንድ የሚገባን ለሰዎች የተሰጠ ስም ከሰማይ በታች ሌላ የለምና። መዳንም በሌላ በማንም የለም፤ ​​እንድንበት ዘንድ የሚገባን ለሰዎች የተሰጠ ስም ከሰማይ በታች ሌላ የለምና።
የሐዋርያት ሥራ 4፡1

09/03/2023
09/03/2023

☦ DU'AA KA'UUN KIRISTOOS WARRA AMANANIIF BU'AA INNI QABU ☦

📌 Kiristoos dhugumatti jireenyatti utuu jiruu kan jiraatu ta'uu isaa mirkaneessa.

📌 Wangeela lallabuun yeroo balleessuu itti hin ta'u.

📌 Amantiin isaanii akkasumaan ykn bu'aa dhabeessa itti hin ta'u.

📌 Dhugaa ba'uumsi kennamu dogongora kan hin qabneedha.

📌Hamma harraatti cubbuu keenyaan warra du'aan akka hin taane nu hubachiisa.

📌 Du'aa fi cubbuun mo'ameera

📌 Jireenya bara baraaf abdii godhanna

📌 Akkuma kristoos fulduratti qaama ulfinaa qabaanee kaana

📌 Mootummaa bara baraa keessatti qaama kan qabnudha malee hafuura miti (1qor ÷15 )👀

📌 Du'aa ka'uun kristoos humna amantooni cubbuu ittiin mo'atanii jiraachuu danda'an keneraaf

Address

Addis Ababa �
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mitiku Wakgari posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category