09/07/2025
#ህግ
የዉርስ ሀብትን ይዞ ከለው አካል(ሰው) ለማስለቀቅ የተለያየ ጊዜ ገደብ(ይርጋ) በፍ/ስ/ሥ/ህግ አንቀፅ 1000 እና 1060 ስር ተደንግጎ የሚገኙና የኢ.ፌ.ዲ.ሪ. ጠቅላይ ፍ/ቤት ሰበር ስሚ ችሎት በተለያዩ መዛግብት ላይ አስገዳጅ የህግ ትርጉም ከተሰጠባቸው አንፃር:-
1. ወራሾች የተያዘን የዉርስ ሀብት(በወራሾች መካከል) መጠየቂያ ጊዜ 3 ዓመት ነዉ።
2. ወራሾች ባልሆኑ ሰዎች ተይዞ ያለን የዉርስ ሀብት(ወራሽ ከወራሽ ካሆኑ ሰዎች) መጠየቂያ ጊዜ 10 ዓመት ነዉ።
3. የተጣራን የዉርስ ሀብት የድርሻ ክፍፍል ጥያቄን በማንኛዉም ጊዜ መጠየቅ ይቻላል።
Qabeenya dhaalaa tokko qaama(nama) qabate irraa gadi lakkiisisuuf daangaa yeroo(darbiinsa yeroo) adda addaa seera H/Hawaasaa bighead keenya kewwattoota 1000 fi 1060 jalatti tumamee kan argamuu yoo ta'uu fi Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Itoophiyaa lakkoofsaa galmeewwan adda addaa irratti hiikoo seeraa dirqiisisaa kenne wajjin yoo ilaalamu:-
1. Qabeenyaa dhaalaa dhaaltoota birootiin qabame(falmii dhaaltoota gidduutti) gadii lakkiisisuuf waggaa 3(sadii) keessatti ta'u qaba.
2. Qabeenyaa dhaalaa nama dhaalaa ta'e nama dhaalaa hin taanee irraa gaafachuuf waggaa 10(kidhan),
3. Qabeenyaa dhaalaa qulqullaa'ee xummuramee yeroo kamiyyuu keessatti gaafachuun ni danda'ama.