Gada power oda garado YouTube

Gada power oda garado YouTube Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gada power oda garado YouTube, Legal, United States, Addis Ababa.

Permanently closed.

Gada power oda garado page kanarratti walaloo gagababaa wantoota aadaa keenyaaf dudhaa keenyaa midhadhaani ni ibsina video isiin kofalchisaaniis jabaa isiini Jenna! is 1st Oromoo style.

Kunis jiraa yoo namaatti tolee Maltuu dhibe?
22/01/2023

Kunis jiraa yoo namaatti tolee
Maltuu dhibe?

Anillee utuun boo'uu sooftii fixee Kee'ol mal maallisaa!
21/01/2023

Anillee utuun boo'uu sooftii fixee Kee'ol mal maallisaa!

Hojiin ijoolummaa nama yaadachiftti hojiin dhabdumaan!
20/01/2023

Hojiin ijoolummaa nama yaadachiftti hojiin dhabdumaan!

Barattoota Afaan AmaaharaafKutaa lffarraa kaase finfinnee keessatti Warraa Afaan Amaahaaraf Afaan Oromoo Akka kennamu je...
12/01/2023

Barattoota Afaan Amaaharaaf
Kutaa lffarraa kaase finfinnee keessatti Warraa Afaan Amaahaaraf Afaan Oromoo Akka kennamu jedhame. Liqimsaa nutti dirqaamne Afaan keessaan guddisaa turee.

Shurubaan torraa gaaleera!
12/01/2023

Shurubaan torraa gaaleera!

Ilma namaaf duuti waan hin oolle, nagaan boqodhu.leencaa Tuulamaa.
23/12/2022

Ilma namaaf duuti waan hin oolle, nagaan boqodhu.leencaa Tuulamaa.

15/12/2022

Kan raaftuu hangaa namni SI raasuutti eegdaa

30/11/2022

☑️ Eenyuu ta'u dandeessa !

Ati Eenyuu?
30/11/2022

Ati Eenyuu?

Mo'iiboon Baqqaala biyyaa duuti ilma nama hangaa duu'a sarree hin caalee kana keessaa eessa haa dhaqnuu. Mo'iiboon kitaa...
14/10/2022

Mo'iiboon Baqqaala biyyaa duuti ilma nama hangaa duu'a sarree hin caalee kana keessaa eessa haa dhaqnuu. Mo'iiboon kitaaba mataa dureen isaa Doorobaa jedhu ummaata biraan ga'ee jira!

Address

United States
Addis Ababa
OROMOO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada power oda garado YouTube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category