28/08/2018
Garaagarummaa Mirgaa fi Angoo
MIRGI: faaydaa fi dantaa dhunfaa ittiin kabachiifachuuf meeshaa seeraa (dirqamaa waliin) nama dhunfaa tokkoof heeraa fi seeraan beekkamee kabajamu yoo tahu
ANGOON garuu faaydaa fi dantaa nama biraa(ummataa) ittiin kabachiisuuf meeshaa (itigaafatamummaa waliin) heeraa fi seeraan murtaawee hojatoota mootummaa;filatamtootaa ummataa; abbootii taaytaa fi qaamoolee mootummaatiif kennamuudha.