Tahir H lawyer

Tahir H lawyer Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tahir H lawyer, Legal Service, Oromia, Adama.

29/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Miftaahu Huseen, Obsaan Amen

09/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Æbdüû Ñëwåb, Lemi Mulugeta

Manni maree federeeshinii Galmee Lk 86  irratti gurgurtaa lafa baadiyyaa ilaalchisee hiikkoo heeraa kenne jira. Namni la...
02/04/2026

Manni maree federeeshinii Galmee Lk 86 irratti gurgurtaa lafa baadiyyaa ilaalchisee hiikkoo heeraa kenne jira.

Namni lafa baadiyyaa hojii qonnaa ,investimeentiif mootummaa irraa fuudhatee qabiyyee kana irratti qabeenya yoo horate qabeenya qabiyyee kana irratti horatee qaama 3ffaaf dabarsuu ni danda’a jechuun hiikkoo heeraa kennee jira.
Manni murtii Dhijmmwf jildii 24 galmee lakk 159062 ta'ee irratti qabeenya qabiyyee lafa baadiyyaa irratti horatame gurgurtaadhaan qaama 3ffaa dabarsuun hin danda'amu jechuun murtiin kennamee ture hiikkoo manni maree feedereeshinii kenneen mirga qabeenya horachu abbootii qabeenya heera mootumaatiin kennameef kan sarbu waan ta'eef murtiin mmwfdhij jildii olitti ibsame irratti kennamee jijjiiree jira.

Address

Oromia
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tahir H lawyer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category