Waajjira Abbaa Alangaa A/Adaamii Tulluu

Waajjira Abbaa Alangaa A/Adaamii Tulluu Thank for choose us and praticepations

12/08/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kedir Keweti, Hamid Gobe, Lafa Tefo, Jemal Kebe, Tibeso Gabawo, Bariisaa Abbaa Firriftuu, Kifle Mitiku, Warquu Dabalee, Lemmacha Beriso, Amana Bunu, Gelgalu Bushu, Ali Geraro, Fikru Guluma, Alemayehu Gemechu, Tadase Regasa Geletu, Dita Bekelcho, Alemayehu Adugna, Abdi Bori, Dasta Shaqu Dasta, Aliyii Jamaal, Yerosan Falmata, Marsimoh Abbaajahoo Dima Abbajaho, Ashee Nagawo, Batu Post, Hajjii Gammachuu Irreessaa, Hamed Bogale Guye, Tibeso Abjato, Melkato Ushi, Korme Nure, Biiftuu Abu, Alemayehu Dame, Shumsa K Korme, Heyilu Feyiso, Girma Ararsa, Kaffale Baqqala, Mtn Ntm, Tiba Tesfaye, Merga Fikre, Ashee Boraa, Ibrahim Korma, Abdulaziz Abdalla, Arole Lenjiso, Gemeda Jema, Haacee Kaa Oromiyaa, Dima Tibeso, Nuri Yasin, ሐኪም ቡሹ ቁፈ, Habib Adem, Segni Dirirsa Shifera, Eelaa Baraa

Nuti jaalleen kee yoomiyyuu si hin dagannuu guumacha kee sirna haqaa kana keessatti bahattee,biyyoon sitti yaa salphatu,...
04/08/2026

Nuti jaalleen kee yoomiyyuu si hin dagannuu guumacha kee sirna haqaa kana keessatti bahattee,biyyoon sitti yaa salphatu, Nagaan boqadhu😭😭😭

Ibsa Gaddaa
==========
Waajjira Abbaa Alangaa Godina Shawaa Bahaatti Abbaa Alangaa Aanaa Adamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa kan turan Obbo Danbaloo Gammachuu dhibee tasa isaan muudateen gaafa guyyaa 26/11/2018 adduunyaa kana irraa boqochuu isaaniin Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa gadda itti dhagame ibsaa maatii, firoota, hiriyootaa fi miltoowwan hojii isaaniif jajjabina hawwa.

Ibsa Gaddaa😭😭😭===========================Danbaloo Gammachuu,A/Alangaa Wajjiraa keenya kan turee,dhibee tasa muudateen ga...
03/08/2026

Ibsa Gaddaa😭😭😭
===========================
Danbaloo Gammachuu,A/Alangaa Wajjiraa keenya kan turee,dhibee tasa muudateen gaafa guyyaa 26/11/2018 halkan, adduunyaa kana irraa boqoteera,nagaa boqadhu,goota haqaa oolman ati sirna haqaa kana keessatti baate yoomiyyuu sii ahin dagannu,bollaa kee daadhiin yaa guutuu,lubbuun tee yaa jennatoomtu maatii isaa,istaaffi waajjira keenya fi hiriyoota isaaf rabbii jajjabi yaa kennu.
RIP😭😭😭😭😭😭😭😭😭

"Harki Hanna Bare Doolutu Socha'a Jedhan"===================================Namtichi suuraan asii gadiitti argitan kun K...
25/07/2026

"Harki Hanna Bare Doolutu Socha'a Jedhan"
===================================
Namtichi suuraan asii gadiitti argitan kun Kanaan dura Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa keessatti "Ani miseensa tika biyyoolessaati(ደህንነት)" jechuun uummata gowwoomsuun hawaasa isaa dararaa tureef kan adabamee yoo ta'uu;ammaa gochaa isaa kana dura raawwatee adabamee kanarra barachuu diduun; Teessoo isaa gara Magaalaa Baatuutti jijjiruun gochuma Kanaan dura raawwachaa ture kana taapheella soba "Ani miseensa tikaa biyyooleessati"Jedhu golgatee Hawaasaa magaalaa Baatuu namoota garaagaraa irraa qrsh.200,000 ol ta'u fudhachuun isaa eeruun bira waan gahameef,Qajeelchi Poolisii Bu/ Magaalaa Baatuu fi Waajjiri A/Alangaa Godina Shawaa Bahaa walii ta'uu qorannoo taasisanii irratti waan markaa'ef,A/Alangaa Godinichaa galmee qorannoo xumurane kana himatamaa kanarratti himata saquun,namni Kun Murtii M/Murtii Olaanaa Go/Shawaatin adabbii hidhaa cimaa waggaa 8 fi Qarshii 10,000 tin akka adabamu taasiseera.
👌Qamoolee haqaa Nama kana seeratti dheessuun oolaantummaa seeraa akka irratti mirkaana'u taasista galata guddaa qabdu🙏
👌Addatti immoo qorataan poolisii Bu/Magaalaa Baatuu kutannoo fi murannoo gudda agarsiisu galmee Kun akka fiixan bahuu taasisuu keef yoomiyyuu kan dagatamuumi.
Dhumarratti
🤌Hawaasni keenya sobduu akkasii kana irraa akka of eegu akkasumas namoota gocha akkasi raawwatani argaman immoo saaxiluun seeratti dhiheessu qaamolee haqaaf akka tumsa taasistan Jenna.
Maddi:-Fuula FB Qajeelcha poolisii Bu/Magaalaa Baatuu fi waajjira A/Alangaa G/

Olaantummaa seeraa mirkaneessuu cinaati haala naannoo mijeessun Kenna tajaajilaa hawaasa keenyaf kennamuf,murteeddadha.
21/06/2026

Olaantummaa seeraa mirkaneessuu cinaati haala naannoo mijeessun Kenna tajaajilaa hawaasa keenyaf kennamuf,murteeddadha.

Hojiin Fakkeenyumaa qabadha,keessootni hojiin kana daawwatanis Ulfaadha!
21/06/2026

Hojiin Fakkeenyumaa qabadha,keessootni hojiin kana daawwatanis Ulfaadha!

"Har'a"===============================Waajjira A/Alangaa J/kombolchaatti  pirojeektiin Ijaarsaa mooraa Waajjira Abbaa Al...
21/06/2026

"Har'a"
===============================
Waajjira A/Alangaa J/kombolchaatti pirojeektiin Ijaarsaa mooraa Waajjira Abbaa Alaangaa hojjatame bakka I/A Biiroo A/Alaangaa Waligalaa Oromiyaa Obboo ,I/G Waajjira Abbaa Alaangaa G/Shawaa Bahaa Obboo fi Hooggansi Aanaa fi Qaamoleen adda addaa argamanitti kan eebbifame yoo ta'u,
Akkasumas Inisheetivee BAAWO qabate,hojji Kenna tajaajilaa hawaasaa haala si'aata fi qulqullina qabu moosajiin deegaramuu qaba jechuun kallatti kaa'e ,waajjiri A/A/A/A)T/J/Ks moosajii kaameraa CCTV deegarame kan diriirsee hojiiti qalee waan ta'eef,hojiin Kunis kan daawwataneera.
==================================
Pirojeektoonni misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuun tajaajila mootummaa fooyyessuu fi fayyadamummaa hawaasaa guddisuu keessatti gahee olaanaa akka qabus,kab oobboo Abbaayina Mallasaa dubbataniru.
===================================
Sagaantaa kanaarratti Yaadaa Kan kennan I/G Waajjira Abbaa Alangaa Aaddee Projectiin Fayyadamummaa Ummataa mirkaneessuu kun Hirmaannaa Ummataatiin Hojjjatamee guyyaa har'aa Eebbifamuu kan dubbatan Waajjirichi Hojii Haqaa hojjachuu cinatti Hojiilee misoomaa adda addaa Xiyyeeffannoo mootummaa ta'e hojirra oolchaa jira jedhan.
Dabalataan hojiin haala naannoo mineessuu walqabatee hojjetames kan daawwatameedha.

11/06/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Hayyuu Seenaa, Darajjee Dhugumaa Ayyaanaa, Daniel Tesfaye, Dani'el Bersisa, Abduba Boneya, Khelil Hussen, Kiyyaa Oromiya Tiim, Taju Mohammed, Ararsa Gudisa, Jems Ab Hararghe, Henok Warsa, Danishi Bahaaru, Kominikeeshinii Aanaa Gaasaraa, Muzaamiil Ibrhiim, Yoomin Tamiruu Eticha, Kubbaan Millaa Dinqisissodha, Biritu Tadesa, Wàrëx Îlmãå Wàåqõ, Irkataa Goytaa, Saabiroo Engidaa, Chala Jemal, Malkamu K Magada, Ahmed Kedir Boruufyaad, Dula Aliyi, Birhanu Aga Hordofa, Bahmud Kadiir, Gammachuu Ibrahim, Aadam Muussaa, Fikadu Gemada, Hawi Abarago, Dansaa Intalaa Hadhaa, Shooba Ilma Kalicha, Guyo Hasen, Moges Mesfin, Adis BT, Kenesa Mamo Gabre, Usmaan Muummee, Jiregna Babie, Dawit Nuguse, Abdii Jimmaa, Shemshedin Abrahim, Kaalid Urgessa, Gammee Warra Liibaan, Qajeelchaa Baanataa, Taammee Wallaggaa, Sefu Imam, Leekeen Quufa, Safiyaa Abduraman, Abduselam Hussen, Faamii Ibnu Abdujaliil

Garajabummaa daangaa hin qabne.
08/06/2026

Garajabummaa daangaa hin qabne.

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa A/Adaamii Tulluu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share