Sanyii Taaddee Birruu

Sanyii Taaddee Birruu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sanyii Taaddee Birruu, Legal, Oromia, Adama.

21/08/2025

Naaf Lolaa jirtamoo Na Lolaa jirtaa Ati Garuu !!!!!

20/08/2025

Garbummaa Dinaagden Na Garboomsaa, Garbummaa Isa Kam jalaa Na Baasuf Naaf Qabsoofta ? ::

20/08/2025

Ofiikee Na Garboomsuuf, Garbummaa Diina jalaa na Baasuf Qabsoofta taanan, Naaf hin Qabsaahin ::

20/08/2025

Namni Osoo Ofiisaf hin Bilisoomin
Siin Bilisoomsaa jedhu !!!
How??

18/08/2025

Hunduu Barsiisadha Garuu

22/09/2023

Inni Biyyaa Bulchus Raayya ittisaa irraa hanga Gaachana sirnatti Ni Leenjisa
Inni Qabsootti jirus Caasa dirirfate hanga Gandatti ni Leenjisa , Garuu !!!!! Garuu!!!!!
2Nuu Oromoo Ajjeesa jiru ::
Oromoon inni jirus isaa Du'en wal hin caaluu , Maalif Jennan warri lubbun jiranis Dinaagden Ajjeefamani waan jiranif
Kan Gochaa kana lamaanu rawwachaa jiru Qaama sabaafan ofiin jedhu kana laman
1 Bilisoomtetta natu Sii Bulchaa jedhe Qaama Aangorra:: jirudha ::
2 Garbummaa jala jirta natu Sii Bilisoomsa Qaama jedhu::
Qaamni kun La

Akka Lukkun haate haate Albee ittin qalamtuu Baafti jedhan sana Jara Dubbii kaafte kana Carraa kana fayyadamun Oromiyaa ...
12/08/2023

Akka Lukkun haate haate Albee ittin qalamtuu Baafti jedhan sana
Jara Dubbii kaafte kana Carraa kana fayyadamun Oromiyaa keessatti Bakka jarri Mata itti ol qabatte jirtu mataashe gadi hin qabne taanan yoomu gadi hin jettu
Keessuma mana hojii mootumma Oromiyaa keessa warren jiran , osoo Bajata Oromiyaa nyaatani oromoo irratti hojjecha jiran irratti hojjechun miilana keesuma warri hoggansarra jirtan Gahee keessan baha

07/08/2023

Warri Gifa Baloo saa 24 keessatti 4kilo maasara Abbaa keenyaa Galla jedhani osoo lafa dhiitani hafan.
Ammuma Tplf Wagga lama lolte isanimmo Guyyaa lama lolu dadhabani
Lola fokkorsuu mana farsoti se'ani seenani garatti bahan dhabani

29/06/2023
12/06/2023

Wanti Namni hundi Wal qixa Qabu yoo jiraate Ofsaatif Dursa kennudha

Address

Oromia
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sanyii Taaddee Birruu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category