Yaada Quubsaa waan mamaniif maddisiisuu.

Yaada Quubsaa waan mamaniif maddisiisuu. This page is an Ethiopian page

Ethiopia and Kenya
15/08/2022

Ethiopia and Kenya

04/07/2022

Ergaa firaafis diinaafis Tahu!!!!!!!!!!!!!! Oromoon gandummaa qabu. Faayidaaf jettanii oromoo Ganda barsiisuu yaalinaa.

We are the first from horn of Africa.  Lafti keenya lafa eebbifamtudha. Gaafa afrikaa lafa addunyaatti beeksiftedha. Biy...
28/06/2022

We are the first from horn of Africa. Lafti keenya lafa eebbifamtudha. Gaafa afrikaa lafa addunyaatti beeksiftedha. Biyya Abbabaa Biqilaa. Biyya hortee kuush.

Oromo are a cush*tic ethnic group who are native to Oromia region of Ethiopia. Ethnic discrimination occured during Hail...
22/06/2022

Oromo are a cush*tic ethnic group who are native to Oromia region of Ethiopia. Ethnic discrimination occured during Haile Selassie and Mengistu Haile Mariam on Oromo. Ethnic federalism was implemented by TPLF leader Meles Zenawi and discrimination against Oromo. Now I want to stop against Oromo racism. Any nation must against racism. The government should stop any ethnic discrimination

Iam an African. I love black.  I Love my country. I love my region. I love my area.
22/06/2022

Iam an African. I love black. I Love my country. I love my region. I love my area.

Questions!!! What is the difference between nation and country? Irratti hirmaadhamee???
17/06/2022

Questions!!! What is the difference between nation and country? Irratti hirmaadhamee???

We are the nation, nationalities and peoples of Ethiopia. We love each other.
16/06/2022

We are the nation, nationalities and peoples of Ethiopia. We love each other.

Oromoo jibbanii lafaasaa jaallachuun waan fafaati. Afaansaa jibbanii, faaruusaa jibbanii lafa oromoo jaallachuun waan hi...
16/06/2022

Oromoo jibbanii lafaasaa jaallachuun waan fafaati. Afaansaa jibbanii, faaruusaa jibbanii lafa oromoo jaallachuun waan hin taanedha. Bishaan lafaasaa keessa Maddu jaallachaa, miidhan lafti Isaas biqilchitu jaallachaa, oromoommoo jibbuun waan hin malledha.

Warri oromoo jibban guddina oromoo hin jaallatan!! Sodaa qaban carraa argatan fayyadamanii iyyuu baayisu. Oromoon garuu ...
15/06/2022

Warri oromoo jibban guddina oromoo hin jaallatan!! Sodaa qaban carraa argatan fayyadamanii iyyuu baayisu. Oromoon garuu eenyumaafuu sodaa qabu.

Brainstorm
03/06/2022

Brainstorm

25/05/2022

Ati saba moo biyyaaf dursa laatta? Fakkeenyaaf namoonni tokko tokko waa'ee Sabaa dhiisii waa'ee biyyaa qofa dubbadhuu jedhu. Tokko tokko moo waa'ee Sabaa dubbadhuu jedhu. Ati maal Jetta?Yaada maal qabdamee ati?

Address

`Alem Gena
BEST

Telephone

+251941443449

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yaada Quubsaa waan mamaniif maddisiisuu. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yaada Quubsaa waan mamaniif maddisiisuu.:

Share

Category