14/05/2026
WALAABU GUUBOO SEERAA AFAAN OROMOO...........................
Hojiin Walaabu Guuboo Seeraa Afaan Oromoo/Walaabu Oromo Law Dictionary/hojjatame guddaa fi seenaa keessatti sirna Haqaa biyya keenyaaf bu'uura jabaa kan buusudha. Anis hojii Guuboo kana qopheessuu keessatti hirmaadhee gumaacha ogummaa kiyya bahadheen qooddataa seenaa kanaa ta'uu kiyyaaf gammachuun koo daangaa hin qabu. Hawaasni keenya keessumaa qaamolee seeraa fi ogeessota seeraa keenyaaf kun boqonnaa haaraadha.Baga gammaddan, baga gammanne. Rabbi nu gargaareef galata. Deemsi itti fufa.
ወላቡ የአፋን ኦሮሞ ህግ መዝገብ ቃላት ስራ ታላቅ እና በታሪክ ውስጥ ለአገሪቱ ፍትህ ሥርዓት ጠንካራ መሰረት የሚጥል ነው። በዚህ ስራ በመሳተፌ እና ሙያዊ አስተዋጾ በማድረግ የዚህ ታሪክ አካል በመሆኔ እጅግ ደስተኛ ነኝ። ይህ ለማህበረሰባችን በተለይም የፍትህ አካላት እና ለህግ ባለሙያዎች አዲስ ምዕራፍ ነው።እንኳን ደሳላችሁ እንኳን ደስ አለን። ስለረዳን ፈጣሪ ይመስገን። ጉዞ ይቀጥላል።👇