Boneya boshe odp official

Boneya boshe odp official Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Boneya boshe odp official, Nek'emte.

17/11/2019

Gooftaan keenya uummata keenya!

14/09/2019

Bara haaraatti ilaalcha haaraa mul'ta fagoo fi milkaa'ina qabuun uummata keenyaaf hojjennee jijjiirama dhugaa ammas nimilkeessina injifannoon addunyaa raajeffachiise gonkumaa duuba hindeebi'u, ammas odp'n uummata isaa boqonnaa haaraatti ceesisuuf kan durii caalaa xiiqiidhaan dadhabe osoo hinjedhiin nihojjeta!

Personal blog

04/09/2019

irreechi ayyaana galataa,jaalalaa,araaraa,nagayaa,abdii fi tokkummaati.ayyaana guddaa kana naamusaa fi ulfina isaa maluun kabajuuf qophiin akka dansaa deemaa jira ayyaana gaarii!!

Address

Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boneya boshe odp official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share