25/08/2026
Aanaa Gooroo Guutuutti Manni Marii Bulchiinsaa Bajata Aanaa Bara 2019 Irratti Maari'achuun Mana Marii Aanaaf Dabarse jira
โโโโโโโโโโโ
Godina Harargee Aanaa Gooroo Guutuutti Manni Marii Bulchiinsaa Wixinee Baajataa Bara 2019 irraatti Hoggansa Aanaa waliin gadii fageenyaan Maari'achuun Mana Marii Aanaatiif Dabarsee jira.
Bulchaan Bulchinsaa Aanaa Gooroo Guutuu Saganta Kanarratti Argamudhaan Barbaachisummaa irraattii Haasawa Baniinsaa taasisanii jiruu.
Haaluma Kanaan Ittii Gaafatamaan Waajjira Maallaqaa Aanichaa wixinee Baajaata erga dhiheessaniin booda hirmittoonnii maari'achudhaan irrattii waliif galudhaan Sagalee guutuun Ragaasiisanii Mana Marii Aanaatiif dabarfamee jira.