Garee Arjoomtota-Charity Group

Garee Arjoomtota-Charity Group Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Garee Arjoomtota-Charity Group, Legal, Oromia-jimma-Ako, Jimma.

08/07/2025

Hundumtuu haa birmaanuuf.

Garee Keenya gareen arjooomtota(Charity group) waan hojii arjoomina erga jalqabe
26/04/2025

Garee Keenya gareen arjooomtota(Charity group) waan hojii arjoomina erga jalqabe

Guyyaa ayyaana du'ee du'aa ka'uu goftaa yesuus sababeeffachuun namoota harkaa qaleeyii ta'aan waldoota kiristaanaa Magaa...
19/04/2025

Guyyaa ayyaana du'ee du'aa ka'uu goftaa yesuus sababeeffachuun namoota harkaa qaleeyii ta'aan waldoota kiristaanaa Magaalaa Akkoo keessaa jiraaniif gareen Keenya Wantoota ayyaanaaf barbaachisaan bay'iinan namoota torba kan ta'aaniif Deggarsa godheera.
Kanuumatti dabaluun namootni Qarshii keessanin deegarsa gotaan hundii keessan iyyuu galatooma.hammaas hojiin Deggarsa Keenya waan itti fufuuf namootni Garee kanaaf partner Ta'uu barbaadani Fi deeggarsa gochuu barbaddan hundumtuu Akka itti hirmaatan kabajjan wamichaa isiniif tasisna.
Lakk.Herrega CBE 1000685286711 Charity group.kan jedhuu irraatti galchuun slip Isa immoo imbox nuuf erga.
Galatooma!!

Nagaan waaqayyoo siniif haa bay'eetuu jaallatamtoota obbolota Keenya.Akkuma beekamuu yeroo darbee siin beeksiisa kan Tur...
19/04/2025

Nagaan waaqayyoo siniif haa bay'eetuu jaallatamtoota obbolota Keenya.
Akkuma beekamuu yeroo darbee siin beeksiisa kan Ture hojii gaarii isaa waaqayyoo jaallatu WAALIIN tane hadhaa hiyyeessa,ijjoollee Abbaa Fi Abbaa hin qabneef akkasuumma raakkina qabatama garagara keessa kan jiraaniif deeggarsa gochuuf kataa karaalee social mediattin Siinif ibsaa turuun Keenya ni yaadatama.kana irraa ka'uun gareen Kun Hamma karaa beekamtii gutuu ta'een wajjiira Gamtaa waldoota Qaalee hiwoot Nadhi gibeettin Herrega BANKII socho'a tokko BANKII DALDAALA Itiyoophiyaa irraa banane yeroo kana Qarshii Fi Wantoota gargarsa Kanaaf ta'uu walitti qabu irraa jirra.
Kanaafuu namootni hojii kana nuu WAALIIN hojjeechuuf hawwii Fi fedhii qabdaan lakkofsa BANKII kana irraatti galchuun isiniis gamaa keessanin Akka hojii arjuumma keessan mul'iiftaan kabajjan isiin beeksiifna.
Akkasuumma namootni Deggarsa meeshaa ykn Wantoota gochuu barbaddan dhuftaani qaaman wajjiira waldoota Qaalee hiwoot Nadhi gibeetti namoota dhimmaa Kanaaf Koree ta'aani jiraanitti keennun gamaanuuman Deggarsa keessan Akka mul'iiftaan Sinin jeenna
Lakk.herrega bank 1000685286711CBE Charity group
Oddeffannoo dabalataf
+251954609493
+251 91 760 6429
+25191 747 4383
+251 95 506 1787

15/04/2025

Address

Oromia-jimma-Ako
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garee Arjoomtota-Charity Group posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category