Enviromental and social safeguarding voluntary youth association

Enviromental and social  safeguarding voluntary youth association Voluntary association

31/07/2026



/Ashaaraa Magariisaa Ilaallata

Akkuma beekkamutti Yuunivarsitiin Haramaayaa waggoottan dabran keessa naannawa sulula Haroo Haramaayaa keessatti qabeenya uumamaa sababa garaa garaatiin manca’e bayyanachiisuuf hawaasa naannawaatiifi bulchinsa magaalaa Maayaa waliin qindaawuudhaan hojii kunuunsaafi eegumsa qabeenya uumamaa garaa garaa hojjechuu irratti argama.

Kanaa waliin walqabatee, Yuunivarsitiin keenya sagantaa duula ashaaraa magariisaa bara kanaaf qabate milkeessuuf akkasumas akka biyyaatti qooda irraa eegamu bahachuudhaaf yeroo ammaa kanatti hawaasaa fi bulchiinsa naannawaa waliin qindoomuun qophii barbaachisu hunda gochuu irratti argama.

Kanaafuu hawaasni mooraa Yuunivarsitii Haramaayaa hundi gaafa guyyaa 27/11/2018 (Wiixata/Isniina) gaara Waaree kan araddaa Bacaqqee keessatti argamu irratti hawaasa araddichaa waliin ta’uun duulaan baatanii biqiltuu akka dhaabdan kabajaan isin gaafanna. Sagantaa kanaaf tajaajilli geejjibaa kan qophaa’e yoo tahu, ganama sa’aa 2:00 irraa jalqabee imalli paarkiingloot irraa gara iddoo dhaabbiitti kan taasifamu taha.

!

31/07/2026





As you know, our University has been working on the rehabilitation of degraded natural resources in the Lake Haramaya watershed for more than a decade, in collaboration with the local community and, at the time, the Haramaya district administration and now the Maya City Administration, and has achieved fruitful results so far. Currently, the University is engaged in preparatory work for this year’s green legacy initiatives in collaboration with the Maya City Agriculture Office.

Hence, our University’s community has kindly requested to attend this year’s green legacy campaign, which will be conducted on August 3, 2026, by traveling to the Ware site located in Becheke Kebele. The transport service will be ready, and the journey to the plantation site will start from the parking lot in the morning at 8:00 am.

With best regards.

!

31/07/2026

If you do, you will produce tomatoes in abundance – even the neighbors will want to know

With Suniyoom Diimaa Baatii – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
15/07/2026

With Suniyoom Diimaa Baatii – I just got recognized as one of their top fans! 🎉

11/07/2026

With MUE MAX – I just got recognized as one of their top fans!

19/06/2026
15/06/2026
01/05/2026

Address

Haramaya University Road
Jijiga
6699

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Enviromental and social safeguarding voluntary youth association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Enviromental and social safeguarding voluntary youth association:

Shortcuts

Share

Category