Mana Murtii Aanaa Ancaar

Mana Murtii Aanaa Ancaar Public legal organization

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Lixaatti Guyyaa Har'aa(23/08/2018)guyyaa Ayyaanaatiin Manni Murtii Aanaa Ancaar waa...
01/05/2026

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Lixaatti Guyyaa Har'aa(23/08/2018)guyyaa Ayyaanaatiin Manni Murtii Aanaa Ancaar waajjira Abbaa Alangaa,waajjira Abbaa Taaytaa Galiiwwanii,waajjira Daldalaa fi CH Uumuu fi waajjira poolisii Aanaa Ancaar waliin ta'uun galmee RTD hayyama malee daldaluu 22 ta'an karaa VK gandaa Zoonii Corooraatiin xumuree jira.

28/04/2026
28/04/2026

Hubannoof

05/04/2026
Manni Murtii Aanaa Ancaar qindoomina waajjira Abbaa Alangaa,waajjira poolisii,waajjira Galii fi waajjira daldalaa Aanaa ...
27/02/2026

Manni Murtii Aanaa Ancaar qindoomina waajjira Abbaa Alangaa,waajjira poolisii,waajjira Galii fi waajjira daldalaa Aanaa Ancaar waliin ta'uun Torbee kana keessa Waliigala galmee RTD 68 karaa dhaddacha dhagaha halaalaa Zoonii Corooraatiin xumuree jira.

17/02/2026

Address

West Hararge Zone
Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa Ancaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category