03/08/2026
๐ฑ Abbootiin Seeraa Mana Murtii Aanaa Xuulloo sagantaa " tin dhaabbii biqiltuu biyyaalessaa keessatti qooda isaani bahachuun dhaabaniru..
Sagantaa kanaan, magariisummaa naannoo cimsuu, qabeenya uumamaa eeguu fi dhaloota dhufuuf biyya magariisaa ijaaruuf gumaacha taasisa.