Abiree jalallaa Nasibumaa

Abiree jalallaa Nasibumaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abiree jalallaa Nasibumaa, Legal, Cinaksaan, Hirna.

05/02/2023

Sagalee waamicha Ustaaz Raayyaa Kan Amaariffaa 1ffaa keessaa. https://t.me/JaMaalIb
Itti fayyadamaa teelee irraa badhaafamaa.
✅700645 --- Al izati Lillaahi weli Rasuli
✅700646 --- Aleyhimussalaam sayyidii Jibriiluu Ye Allahn tizaz kalay yamexalu
✅700647 --- Allaah na Nabiyyuun ka Libbaachin mawdad
✅700648 --- Anbib Tarikachew
✅700649 --- Assalaamualeykum biye Lehulachu
✅700650 --- Assalaatu wassalaam AlaMuhammadi
✅700651 --- Daawaa eyaderegu be haq godana
✅700652 --- Diinal Islaam kifuun yasker sile nebere
✅700653 --- Endih nebere masjid enya alaweknibat
✅700654 --- Hullum tedesitual begahadim besiri
✅700655 --- Imanachewn yizo endiyazaliqu
✅700656 --- Indana khaliifaa siddiiqul akbarii
✅700657 --- Kafyibal mindachew Ansarochum lay
✅700658 --- Khabbaab Aammane
✅700659 --- Khabbaab Assaqaayyuti
✅700660 --- Khabbaab
✅700661 --- Masjid buzu sira neberebat
✅700662 --- Muhajirochina ye Madina ansari begitim azemu
✅700663 --- Muhammad musxafa ashrafalmursalina
✅700664 --- Muminoch aweku dibik ekidachew
✅700665 --- Muminoch le deawa selamin agenyu
✅700666 --- Musaab andabat
✅700667 --- Nabiyyu Abessaru medina enda gebu
✅700668 --- Quranaawii tiwlid sinastawisachew
✅700669 --- Sallallaahu ala Nabuyyu Rahmatii AlaMuhammad
✅700670 --- Sead be keaba zuria si zor betewaf lay
✅700671 --- Sunachewn meketel
✅700672 --- Walaj yetefachew lijoch yimaslalu
✅700673 --- Yaa Fatiral Ardi yaa Khaaliqa Sammai
✅700674 --- Yaa waqt lasaw lij adaga nebere
✅700675 --- Ye Makkaa Muhaajiir Ye Madiinaa Ansaarii
✅700676 --- YeHaqiqaw Ukhuwwa temesrito nebere wendim amamachinat
✅700677 --- YeHaqiqaw wandim ye ewunet mehaba
✅700678 --- YeSaw ikulinat be awaj tenegere

18/01/2023

Sagalee Waamicha Ustaaz Raayyaa 19ffaa kan Sagalee Sinbiraa qabu
Haalaan bareeda itti fayyadamaa!
➰➰➰➰➰➰➰➰➰➰➰➰
700592 --- Aalimni hogganaadha nama dura deemaa
700593 --- Abbaa fedheef arjooma khaaliqni rahmataa
700594 --- Aduwwii keenya nuttin gammachiisinii
700595 --- Akka jiruun biyya duniyaa gabaabbatuu
700596 --- Alhamdulillaah Faaruun kan Rabbiitii
700597 --- Amantiin Islaamaa Ifaan dhaamne qabaa
700598 --- Assalaamualykum yaa Ummata keenyaa
700599 --- Bor kaffaluun hin hafu xiqqoo guddoo taatu
700600 --- Deemsi diinii kulliin Sabriidha gaafata
700601 --- Diiniin abbaa qabaa waatokkollee hinta'uu
700602 --- Dubbate Aliyyiin dubbii gaggaariisa
700603 --- Dubbittiin jabduudha yaa Jam'aa ummataa
700604 --- Eenyuutu U'lamaa malee waabarata
700605 --- Galanni kan Rabbii kan khaaliqa keenyaa
700606 --- Gariin wal hamatee maqaa walballeessaa
700607 --- Gufuu diinii ta'uu ga'e mee hadhaabnu
700608 --- Gurraan hamtuu dhaggeeffachuurraa eeggatuu
700609 --- Haalli mu'uminummaa wanni inni fakkaatu
700610 --- Halkan fuula Rabbii qur'aanaan dhaabbatuu
700611 --- Hizdiidhaaf zanbiirraa qalbii ofii cufatuu
700612 --- Iqra bismirabbika maqaa Rabbii jaba
700613 --- Kan Namuma miidhuuf halkanii guyyaa ka'atu
700614 --- Kitaaba balfamaa U'lamaa xuqama
700615 --- Koolleejjii isa hangafaa taarikatu hime Abaabakrifi Umartu keessaa eebbifame
700616 --- Mismaarri hamma mataa dhahamuun gaffagaataa
700617 --- Nama Rabbiif Rassuulatti amane hundaanuu ummata Islaamaa jennee haawaamnu
700618 --- Namni Rabbiin sodaatu numa jira yoomuu
700619 --- Namumti Qur'aanaaf Hadiisa harkaa qabu
700620 --- Nuudhaga'i karaa meeqaan zallamamne
700621 --- Otuu U'lamaan taa'uu jaahilli sheekome
700622 --- Rabbiin hunda beekaa tokko isan dhukatuu
700623 --- Rabbiin nuuf haatolchuu itti gala leenyaa
700624 --- Rabbiin nuuf haatolchuu itti gala keenyaa asdhihaataa deemti hinbeeynu guyyaa keenya
700625 --- Rakkinni jireenyaa jaran dogoggorsuu
700626 --- Seenaan mumintoota duraa yoo himamu
700627 --- Silas fuula kee dhufuun waan hin hafne
700628 --- Sitti himanna yaa Allaah Yaa khaaliqa gaarii
700629 --- Taarika dubbifnee garii dhaggeeffanee
700630 --- Waa'een Masjiidaa arra laaftuutti laalamu
700631 --- Waan hamaa fakkaatee booda gaarii ta'e
700632 --- Waggaa ga'uu jennaan waan laaftuu fakkaatee
700633 --- Waggaa ga'uun laaftuu isinitti fakkaate
700634 --- Wallaalaa baay'isuuf beekumsi balfamaa
700635 --- Yaa Aalima baddaa gammoojjiin qubsiisuu
700636 --- Yaa Allaah khaa'ina tokkon milkeessinii
700637 --- Yaa gooftaa namni waa kadhate harkaandhabnee
700638 --- Yaa Khaaliqannaasii Yaa mootii irra keessaa
700639 --- Yaa Nama Obboleessa Islaamaatti hammaatuu
700640 --- Yaa Rabbi ifa nuugalchii haqiiqaa islaamaa
700641 --- Yaa Rabbi nasrii kee nurraan fageessini
700642 --- Yaadaan faffaca'ee wajjiin jira qaamaan
700643 --- Yoo Keeyrii qunnamee Rabbii ofii galataa
700644 --- Yoomi laata guyyaan kheeyriif karaa cirru

18/01/2023
10/12/2022

Magaalaa Goondaritti Doolaarri Sobaa kumni 95 to’atamuu ibsame

Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Magaalaa Goondaritti Doolaarri Sobaa kumni 95fi Birriin sobaa miiliyoonni 2.5 to’atamuu ibsame.

Magaalichatti guyyaa har’aa naannoo sa’aatii 5:00 Doolaarri sobaa kumni 95fi Birriin sobaa miiliyoonni 2.5 konkolaataa abbaa goommaa 3/ baajaajiin fe’amee osoo daddabarfamuu to’atamuu hoggantuun sabquunnamtii qajeelcha poolisii magaalichaa Iyyarusaalem Asmaraa ibsaniiru.

Konkolaachisaa dabalatee shakkamtoonni biroo lama to’atamuun dhimmi isaanii qoratamaa jiraachuu eeraniiru.

Salaam Asmallaash*tu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

10/12/2022
10/09/2022

Baga Nagaahaan Gara Urjii Oromia tti Dhuftan Chaanaali kun Video Isin barbaachisan Gadi isiniif Dhiisa Waan Ta'eef Nu Hordofaa Galatoomaa Baayyee isin Jaalan...

Address

Cinaksaan
Hirna
WELCOM

Telephone

0253689463

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abiree jalallaa Nasibumaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abiree jalallaa Nasibumaa:

Share

Category