Abbaa Taayitaa Eeggumsaa Naannoo Aanaa Gooroo Guutuu

Abbaa Taayitaa Eeggumsaa Naannoo Aanaa Gooroo Guutuu Abbaa Taayitaa Eeggumsaa Naannoo Aanaa Gooroo Guutuu

Guyyaa 4/5/2015Gooroo GuutuuAraddaa Urjii Jalalaa"""""""""""""""""""""""""""""    Hojjiin Sosochii Duula Kunuunsaa Qabee...
12/01/2023

Guyyaa 4/5/2015
Gooroo Guutuu
Araddaa Urjii Jalalaa
"""""""""""""""""""""""""""""
Hojjiin Sosochii Duula Kunuunsaa Qabeenya Umama Haala gariin Gaggeeffamea

Gooroo Guutuu Magalaa karramillee ATEN Aanaa Gooroo Guutuu fi Seektaroota Qindoomina waliin Hojiin To'annoo Fi Horddooff...
12/01/2023

Gooroo Guutuu
Magalaa karramillee
ATEN Aanaa Gooroo Guutuu fi Seektaroota Qindoomina waliin Hojiin To'annoo Fi Horddooffii Dhaabiilee Tajaajilaa Haawaasa gaggeeffameu Akkuma Itti fuuftii jira. Qulqullinni Naannoo Keenya Faayya Keenyaaf!
Dhaabiileen Haawaasaf Tajaajilaa kennan Hanga Qulqullina Naannoo hin egganneti Tarkaanfiin Fuudhatamuu qaba.
"Manni daabbo tokko balfan nanno faluun da'imman balfa kana kessa taphacha wantoota garagara kessaa nyaacha jirachu waan agareef,kaleessa qulqullessi jenneni waan deemnef arra immo rakko oliti ibsaman kana wajjin waan mullateef hanga qulqulessu yeroof samsine jirra."

Abbaa Taayitaa Eeggumsaa Naannoo Aanaa Gooroo Guutuu. Qulqullinni Naannoo Keenya Faayya Keenyaaf!Dhaabiileen Haawaasaf T...
12/01/2023

Abbaa Taayitaa Eeggumsaa Naannoo Aanaa Gooroo Guutuu.
Qulqullinni Naannoo Keenya Faayya Keenyaaf!
Dhaabiileen Haawaasaf Tajaajilaa kennan Hanga Qulqullina Naannoo hin egganneti Tarkaanfiin Fuudhatamuu qaba.
"Manni daabbo tokko balfan nanno faluun da'imman balfa kana kessa taphacha wantoota garagara kessaa nyaacha jirachu waan agareef,kaleessa qulqullessi jenneni waan deemnef arra immo rakko oliti ibsaman kana wajjin waan mullateef hanga qulqulessu yeroof samsine jirra."

Hora waligala
12/01/2023

Hora waligala

Guyyaa 3/5/2015"""""""""""""""""""""""""""""Godina Harargee Baha """"""""""""""""""""""""""""""""""""Aanaa Gooroo Guutuu...
11/01/2023

Guyyaa 3/5/2015
"""""""""""""""""""""""""""""
Godina Harargee Baha
""""""""""""""""""""""""""""""""""""
Aanaa Gooroo Guutuu
"""""""""""""""""""""""""""""""""""
Araddaa madhisaa waltaha
"""""""""""""""""""""""""""""""""""
Godina Harargee Baha Aanaa Gooroo Guutuu Araddaa Madhisa waltaha keessati Hojii Kunuunsaa Qabeenya Umama fi Sochii Misooma Suululaa bara 2015 sababeeffachuun Iddoo hojin sululaa irrati Hojatamuu qabuu Oggeessa Waajiira Abbaa Taayitaa Eeggumsaa Naannoo Aanaa Gooroo Guutuutin Ilaalamee jira.

Guyyaa 3/5/2015"""""""""""""""""""""""""""""Godina Harargee Baha """"""""""""""""""""""""""""""""""""Aanaa Gooroo Guutuu...
11/01/2023

Guyyaa 3/5/2015
"""""""""""""""""""""""""""""
Godina Harargee Baha
""""""""""""""""""""""""""""""""""""
Aanaa Gooroo Guutuu
"""""""""""""""""""""""""""""""""""
Araddaa Urjii Jalalaa
"""""""""""""""""""""""""""""""""""
Godina Harargee Baha Aanaa Gooroo Guutuu Araddaa Urjii Jalalaa keessati Sirnaa Sochii jalqabii Misooma Suululaa irrati Haawaasa Araddaa Urjii Jalalaaf Hubannoon Wa'ee Eeggumsaa fi Kunuunsaa Qabeenya Umama Haala Eeggumsaa Naannoo irrati bifa Ho'aa ta'een kennama jira.

Guyyaa 3/5/2015Godina Harargee Baha Aanaa Gooroo Guutuu Araddaa Hora waligala keessati Sirnaa Sochii jalqabii Misooma Su...
11/01/2023

Guyyaa 3/5/2015
Godina Harargee Baha Aanaa Gooroo Guutuu Araddaa Hora waligala keessati Sirnaa Sochii jalqabii Misooma Suululaa irrati Haawaasa Araddaa Hora waligalaf Hubannoon Wa'ee Eeggumsaa fi Kunuunsaa Qabeenya Umama Haala Eeggumsaa Naannoo irrati bifa Ho'aa ta'een kennama jira.

Guyyaa 3/5/2015Godina Harargee Baha Aanaa Gooroo Guutuu Araddaa Qobboo waltaha keessati Sirnaa Sochii jalqabii Misooma S...
11/01/2023

Guyyaa 3/5/2015
Godina Harargee Baha Aanaa Gooroo Guutuu Araddaa Qobboo waltaha keessati Sirnaa Sochii jalqabii Misooma Suululaa irrati Haawaasa Araddaa Qobboo waltahaaf Hubannoon Wa'ee Eeggumsaa fi Kunuunsaa Qabeenya Umama Haala Eeggumsaa Naannoo irrati bifa Ho'aa ta'een kennama jira.

Iddoon Duraan Manni Seeran Alaa Irratti Ijaaramaa Ture Deebitee Misoomaa jirti.================ # Fuulbana9 ,2015Godina ...
19/09/2022

Iddoon Duraan Manni Seeran Alaa Irratti Ijaaramaa Ture Deebitee Misoomaa jirti.
================
# Fuulbana9 ,2015
Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu Araddaa Madhisaa Jaalalaa Gaara Cirriitti Tarkaanfii fi tattaaffii guddaa Abbaan Araddaa Obbo Diinee Abdellaa ijaarsa manneen seeraan alaa irratti kaan facaasuu fi diiguun fudhateen iddoon duraan manni seeraa alaa irratti ijaaramaa ture biqiltuu duula ashaaraa magariisaan dhaabameen deebitee misoomaa jiraachun Araddaan madhisaa jaalalaa # Ashaaraa_Magariisa isa dhugaa mirkaneessaa jirti

11/09/2022

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Taayitaa Eeggumsaa Naannoo Aanaa Gooroo Guutuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abbaa Taayitaa Eeggumsaa Naannoo Aanaa Gooroo Guutuu:

Share