Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Fadis

Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Fadis Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Fadis, Legal, Fedis, Harar.

18/07/2026
16/07/2026

اسلام عليكم ورحمة الله وبركاة
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota dargaggoota aanaa Fadis magaalaa Bokkootiif
Mariin guddoon tokkummaa fi hoji-maata dargaggeessa magaalaa Bokkoo ilaalchisee bakka sheekkoonni gurguddoon argamanitti mariin bifa duriin addatti waan gaggeeffamuuf dargaggeeysi keenya akka hin hafne.
Amantaan islaamaa dargageessaan as gahe ammas dargaggeessa ciccimoo akka keessanitti haajama.
Iddoon: Masgiidul Huda ykn fooqii
Salaata jum'aa booda akka sa'aan argamnu
waamichi kun Amiira dargaggoota aanaa Fadis Nagay Daawwid irra.

12/07/2026
02/07/2026

✅✅✅✅Fadis Gara Fuulduraatti✅✅✅✅
Kawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanaa Fadis
Fedis Muslims Youth Council

Miseensa kaawunsilii dargaggoo tahuuf liinkii armaan gadiitiin seeni

Galmeen Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Ethiopia
🔗 Galmaawuuf Linkii Armaan Gadii Fayyadamaa
https://membership.emyc.et/ApplyRegularGalmeen Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Ethiopia
🔗 Galmaawuuf Linkii Armaan Gadii Fayyadamaa
https://membership.emyc.et/ApplyRegular

30/05/2026
Akkuma Abbaan Jifaar seenaa Hajjii keessatti maqaa gaarii fi gumaacha seenaa ijaarsisanii dabran,hardhas hayyuun keenya ...
30/05/2026

Akkuma Abbaan Jifaar seenaa Hajjii keessatti maqaa gaarii fi gumaacha seenaa ijaarsisanii dabran,hardhas hayyuun keenya Dr. Muhammad Saalih (Itti-gaafatamaa Hajjii fi Umraa) irraa seenaa boonsaa arguuf jirra!

Dr Muhammad Saalih fi Dhaaltuu Angoo Mootummaa Muhammad Bin Salmaan,sagantaan Minstirri Hajjii fi Umraa Sa'ud Arabiyaa raawwii tajaajila hajjii kan waggaa kanaa madaaluu fi karoora waggaa dhufuu ifoomsuuf waltajjii marii idil-addunyaa magaalaa Minaatti qopheessee irratti wal arganiiru.

22/05/2026

Waraa**nni gara Keebilii Internetaa guddaa dhaabbilee addunyaa jilbiiffachiisu kutuuf ce’uuf hasaassiin gama Iraan kanaa dhagahamaa jira.

Keebilii Interneta addunyaa galaana jala socho’u kan KM Mil. 1.3 dheeratu maal irraa beektu laata?
Telegraman Kiyya Comment jala laalaa.

13/05/2026
13/05/2026

Address

Fedis
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Aanaa Fadis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category