Waajjira Qonna Godinaa Hararghee Bahaa

Waajjira Qonna Godinaa Hararghee Bahaa East Hararghe zone Agricultural office

Harargee Bahaa  Aanaa Kurfaa Calleetti hojii Misooma Sululaa bara 2017 hirmaannaa Ummataan hojjatame.
03/04/2025

Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Calleetti hojii Misooma Sululaa bara 2017 hirmaannaa Ummataan hojjatame.

28/03/2025
Kilaasterri qmadii jallisii boneen misoomaa jiru daawwatame.Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti Bulchaan Aanichaa Obbo Taaju...
27/03/2025

Kilaasterri qmadii jallisii boneen misoomaa jiru daawwatame.

Harargee Bahaa Aanaa Jaarsootti Bulchaan Aanichaa Obbo Taajuu Aadamiifi keessummootni biroo kilaastera qamadii jallisii boneen Ganda Burqaa Mixee keessatti misoomuun wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu keessatti imala badhaadhinaa eegalle gochaan dhugoomsee qonnaan bultootatti abdii gaarii horaa jiru daawwataniiru.

Hojiin milkawaan qonnaan bultoota fayyadamaa taasisu akkanaa, jabaatee itti fufuun murteessaa jedhameera.

 !Hirkatummarraa Gara Oomishttummaatti Cehuun,Badhaadhiina Hunda Galeessa Dhugoomsurratti argamna!!________Harargee Baha...
24/03/2025

!
Hirkatummarraa Gara Oomishttummaatti Cehuun,Badhaadhiina Hunda Galeessa Dhugoomsurratti argamna!!
________
Harargee Bahaa Bulchinssa Ganda Aanannoo Mixee keessatti inisheetiivii Kilaastera Qamadii jallisii bonaan faca'ate haala gaariin misoomaati jira. keessatti inisheetiiviiwwan misoomaa Qamadii jallisii bonee,imala badhaadhina milkeessuuf hojjatamaa jira.

Hojiiwwan karoora imala badhaadhinaa akka biyyaatti qabame hojirra oolchuuf hojjetamaa jiru giddu galeessa godhachuun badhaadhina maatiifi biyyaa fiduun wabii nyaataa mirkaneessuuf Aanichatti inisheetiiviiwwan Misooma Qamadii xiiqiidhaan hojjatamaa jiru Oomishaaf dhihaatera.

Address

Agricultural Office
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonna Godinaa Hararghee Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category