20/03/2025
๐๐๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐CH๐_๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐akk.Galmee 265085 ta'e irratti hiikkoo/Murtii kennameedha!
________________________________________
๐Falmii yakka Baala sammuu namaa hadoochu naanneessuu sadarkaa jalqabaan ilaaluudhaaf Aangoo hundee dubbii kan qabu Mana Murtii Olaanaa Federaalaati.
๐Naannotti immo Bakka Bu'iinsaan dhimma kana ilaaluuf Aangoo kan qabu Mana Murtii Waliigalaa Naannoo iddoo yakki itti raawwatameeti.
Dhaddachi ijibbaataa kun hiikko kana kan kenne tumaalee Labsii Lakk. 1234/2013 kwt.12(1) fi 15(1), Labsii Seera Deemsa Falmii yakkaa lakk.1/1954 fi Gabatee 1ffaa labsicha kanaan wal qabatee jiru fooyyessuudhaaf baye dambii Dambii lakk. 17/1967 fa'a xiinxaluudhaani.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Murticha Dubbifadhaa!