Misra Jemal Law Room

Misra Jemal Law Room Judge at Oromia court

23/11/2025
18/11/2025

○ Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Lakkoofsa Galmee 224876 ta'e irratti dhaddacha Onkoloolessa 2 bara 2015 ooleen "dhaaltuun qabeenya dhaalaa harkatti hin qabanne darbiinsa yeroo akka mormii sadarkaa duraatti bu'uura seera hariiroo hawaasaa keewwata 1000(1) tiin kaasuu hin danda'u.Himataan mirgii fi qabeenyi dhaalaa himatamaan qabamuu beeke kaasee waggaa 3(sadi) erga darbeen booda gaaffii dhaaltummaa dhiyeessuu akka hin dandeenye shh keewwata 1000(1) jalatti tumeera.Keewwatni kun qabiyyeen isaa darbiinsa yeroo kaasuu kan danda'u,nama qabeenyota dhaalaa qabatee jiruun qofa akka ta'e kan hubachiisuudha" jechuun hiikoo dirqisiisaa kennee jira.
👇
credit to M.nure

Ogummaa qabachuun Badhaasa Rabbitti Allhmdulillah ogummaa Kabajamaa kana qabachu kiyyaaf Haqaaf Haqaan Hojjenaa
13/11/2025

Ogummaa qabachuun Badhaasa Rabbitti Allhmdulillah ogummaa Kabajamaa kana qabachu kiyyaaf Haqaaf Haqaan Hojjenaa

09/11/2025
09/11/2025

Tajaajila Abukaatummaa fi Gorsa seeraaf ☎️ 0911932736 / 0927795673

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Misra Jemal Law Room posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share