Abdi MA Attorney and Legal Consultant

Abdi MA Attorney and Legal Consultant Mirgii dhala nama hundii walqixaa kabajamu. Human Rights of all humankinds are equally protected.

26/12/2025

የመፋላም እና ሁከት ይወግድልኝ አስመልክቶ በተያዙ ጭብጦች እንዲሁም በተሰጡ ውሳኔዎች አስመልክቶ የፍ/ስ/ስ/ህግ ቁጥር 5 እና አግባብነት ያላቸው ህጎች የሰበር ውሳኔዎች መሠረት በማድረግ የተሰጠ የፌ/ጠ/ፍ/ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት የሠጠው አስገዳጅ የህግ ትርጉም

18/09/2025

.
✅darbiinsa yeroo himata dhaaltummaa SHH kewwara 1000 jalatti kan tumamee yoo ta'u , bakka sadittii afdaan baafne ilaaluun ni dandeenya.
👉🏻1.keewwata 1000(1) himataan mirga isaa fi qabeenyii dhaalaa himatamaan qabamuu gaafa beeke irra kaasee waaggaa (3) keessattii yoo hin dhiyaatiin (mormiin yoo ka'e) darbiinsa yerootin haafa ni ta'a.

👉🏻2.keewwata 1000(2) gaafa dhaalchisaan du'e ykn himataan mirga isaatiin fayyadamuu gaafa danda'erraa kaasee waggaa (15) booda darbinsaa yerootiin ni dangeffamaa.

👉🏻3.keewwata 1000(2) " ርዕስት)ykn ristii " / family immovables" sanyii irra darbee yoo ta'e darbiinsa yerootiin hin dangeeffamu.

✍🏻Darbiinsa Yeroo Qabeenya Socho'uu fi Hin Sochone .
keewwata 1000(1) :- qabeenya socho'uu fi keewwata 1000(2) :- qabeenya hin sochonee.
✍🏻Darbiinsaa yeroo himata dhaaltummaa falmii dhaaltoota jidduttii ka'urattii rawwatamuu hin qabu.
✍🏻Darbiinsa yeroo falmii dhaaltuu fi nama dhaaltu hin ta'in jidduttii ka'uuf raawwatiinsa qabu kan keewwata 1845 dha.
Darbiinsaa Yeroo Dhammoo irrattii moormii dhiyaatuu.
dhaamoon argamee bakka dhaaltonnii ykn bakka bu'onnii isaanii argamanittii qulqulleessituu dhaalaatiin akka dubbifamu fi dhaamichii ulaagalee seeraa guutuu isaas ni qoratu.
Qorannoo kana booda nama moormii qabu dhimmichii akka kuufa taa'u himata mana murtiiti dhiyeessuu ni danda'a.
Darbiinsi yeroo kun immoo kewwata 973 fi 974 jalatti tumameera.
Bu'uura kanaan
✍🏻1.keewwata 974(1) guyyaa ibsii himata dhiyeefachuu qulqullessituu dhaalatiif barreffamaan dhiyaate kaasee hanga ji'a 3 isaan kuniin namoota gaafa dhaamoon dubbifamu jiran yoo ta'u , Guyyaa dubbiffamera guyyaa 15 keessatti yaada isaanii ibsachuu qaban .
Namoota gaafa sana hin jireef lakkofsii eegalu gaafa qulqulleesituin dhaalaa waa'ee kaffaltii dhaalaa yaada qabu ,itti himeedha.kewwata 971(2)guyyaa 40 booda.

Kewwata 974(2) Dhaamoon yoo jiraate eerga erga dubbiffamee yoo hin jirattiin dhaalchiisaan erga du'ee waaggaa 5 booda moormiin gonkummaa h

11/09/2025

Fudhatamummaa (Admissibility) fi Madaallii (Evaluation) Ragaa Ogeessaa Ilaalchisee Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Hiikkoowwan Seeraa Akkamii Kennee?
¥¥¥¥¥✓✓✓¥¥¥¥¥¥✓✓✓✓✓¥¥¥¥¥¥¥¥¥¥
✅Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Lakk.Ga.47960 (Jildii 12) ta'e irratti: Yaadni ogummaa nama beekumsaafi gahumsa addaa qabuun kenname fashalaa'uu kan danda'u yaada namni dhimmicha irratti beekumsaafi gahumsa fooyya'aa ta'e qabu kennuunidha jedheera.
✅Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Lakk.Ga.43453fi 14981 (Jildii 12) ta'e irratti: Ragaan ogeessaa ragaa amantaa guutuun irratti gatamu akka hin taane, ragoolee biroo waliin ilaalamuu akka qabuufi gahumsifi amansiisummaan isaa madaalamuu akka qabu murteesseera.
✅Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Lakk.Ga.115963 (Jildii 16ffaa) irratti: Qabiyyee faallaan osoo hin dhiyaatin yaada ogummaa kenname ulaagaafi sababa ifa ta'een ala kufaa gochuun sirrii miti jedheera.
✅Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Lakk.Ga.128746 (Jildii 22ffaa) irratti: Manneen murtii gabaasa odiitii iftoomina hin qabne ilaalchisee qabiyyee yaada gabaasichaa hubachuuf ogeessota herregaa gabaasicha qopheessan waamee akka ibsan osoo hin taasisin haala ofiif itti hubataniin hiikanii murtii kennuun adeemsa sirrii miti jedheera.
✅Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Lakk.Ga.175142 (Jildii 24ffaa) irratti: Ragaan ogeessaa tokko wayita dhiyaatu adda dureedhaan kan qoratamu bilisa ta'uu ogeessichaafi dandeettii inni ogummicha irratti qabu yemmuu ta'u, ulaagaalee lamaan guuteera taanaan ragichi firiin dubbii jiraachuu ykn jiraachuu dhabuu mirkaneessuuf ragaa tilmaamni ol'aanaan kennamuuf (high probative value) waan ta'eef ragaa ogeessaa fudhachuu dhiisuun dogoggora qajeeltoo madaallii ragaati jedheera.
✅Dhaddachi Ijibbaataa MMWF Lakk.Ga.92141 (Jildii 17ffaa) irratti: Yaada ogummaa Poolisii Tiraafikaatiin dhiyàateef gatiin ragummaa kan hin kennamne yaadichi dambii ogummaa hordofee kan hin kennamne yoo ta'eefi jecha ragooleen ijaa yeroo gochichi rawwatetti bakkicha turan firiiwwan dubbii murteessaa irratti kennan waliin ilaalamee M/teyib

10/09/2025

Baga Bara Haraya Bara 2018tiin Nuu Gahee. Barii Haarayni Kan Kan Gammachuu, Kan Milkii, Kan Fayyaa, Nuuf Haa Ta’uu.
እንኳን ለአዲስ 2018 አመት በሰላም አደረሰን።
አዲሱ አመት የደስታ፣ የስኬት፣ የጤና ፣ የሰላም ይሁንልን።

15/09/2021
15/09/2021

“Ethiopia Shall Rise” by Kwame Nkrumah

President Kwame Nkrumah, the first president of 🇬🇭Ghana once wrote a poem on Ethiopia🇪🇹

Ethiopia shall rise

Ethiopia, Africa’s bright gem
Set high among the verdant hills
That gave birth to the unfailing
Waters of the Nile
Ethiopia shall rise
Ethiopia, land of the wise;
Ethiopia, bold cradle of Africa’s ancient rule
And fertile school
Of our African culture;
Ethiopia, the wise
Shall rise
And remould with us the full figure
Of Africa’s hopes
And destiny.

15/09/2021

This is what foreign aid means to our continent.

If we wish to depend on it, then we may forever remain where we are or retrogress further.

When we have a problem, we must come together to find solutions to it. If we begin to pressure political party holders for a heavenly salvation, they will always set out to bring this superficial solution in the form of aid because they always wish to protect the political power they hold.

The masses need to begin to reward those power holders who seeks internal solutions to our problems by encouraging and protecting them, and also renewing their mandate as long as they put our internal interests above all other interests.

We are part of the problem and we must start to be part of the solution.

Address

Magaalaa Harar, Aratanya Gamoo Ismaarti Darbii 2ffaa Irratti Argamna
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi MA Attorney and Legal Consultant posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share