𝗠𝗮𝗻𝗮 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲

  • Home
  • Ethiopia
  • Gore
  • 𝗠𝗮𝗻𝗮 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲

𝗠𝗮𝗻𝗮 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from 𝗠𝗮𝗻𝗮 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲, Legal, Ilu Aba Bor Zone, Gore.

27/11/2024

Magaalaa Mattuutti hojiin olaantummaa seeraa mirkaneessuu jabaatee itti fufeera.

Mana Murtii Aanaa Mattuutti Dhaddachaa Gaafa 16-03-2017 ooleen Galmee RTD tiin Himaatamaa maqaan isaa Ramadaan Tasfasyee Namarraa juraataa magaalaa Mattuu ganda A/Molee ta'e gaafaa guyyaa 15-03-2017 galgala keessaa tilmamaan sa'aatii 1:00 yammuu ta'u mobaayilii itel Touchscreen tilmamaan qarshii 12,000(kumaa kudhaa lamaa) baaasu daa'ima shamarree umuriin ishee waggaa kudha 12 ta'e, harkaa fudhatee osoo fiiguu harkaaf harkatti qabameera. Galmeen qorannoo yakkaa irratti erga xumuramee karaa A/A bulchinsa magaalaa Mattuu tin Mana Murtii Aanaa Mattuutti dhiyaatee falmiin bitaa fi mirgaa erga dhagahameen booda himatamaa kanas ta'e fakkaatoota isaa ni barsisa kan jedhuun hidhaa salphaa waggaa 2(lamaa) fi ji'aa 6(ja'aa) itti murta'eraa.

27/11/2024

Fuulli Facebook kun Hojiiwwan Manni Murtii Aanaa Aallee Hojjetu beeksisuuf kan baname dha.
Nu Hordofaa

Address

Ilu Aba Bor Zone
Gore

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝗠𝗮𝗻𝗮 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category