Garee Tola Ooltota Liiban Jaawwii

Garee Tola Ooltota Liiban Jaawwii Nama gargaaruuf nama ta'uun qofti gahaa dha.

  Mana Barumsaa Baabbichaattiif   jedhamtiiMana Barumsaa Ifa Booru Baabbichaattiif deeggarsa gochuunLap Top 1 fi Disk To...
13/03/2026



Mana Barumsaa Baabbichaattiif
jedhamtii
Mana Barumsaa Ifa Booru Baabbichaattiif deeggarsa gochuun
Lap Top 1 fi Disk Top 2 tilmamaan Qarshii 400,000 ta’u gumaachite jirti.
Isheenis akkana jette:
“Namni waan qaburraa osoo gumaache rakkoon hin furamne hin jiru.”
Gumaachi kun bakka itti gaafatamtoota Waajjira Barnoota Aanaa Libaan Jawwii fi Koreen Tola Ooltota Aanaa Libaan Jawwii jiranitti wal harkaa fudhisaa goodhamee jira .
Finfinnee irraa kaatee gara Amboo dhufuun Ambootti wal harkaa fuudhinsa taasifameera.
waaqayyoo dachaa baraaf jirenyaa ishee haa eebbisuu jechaa 🙏🙏🙏🙏
Mani Barumsaa Ifa Booru Baabbichaa Deggarsaa Meeshaalee Barnoota gafachaa waan jirtuuf Biyyaa keessaf biyya alaa warrii jirtaan keessumaa Namooni Mana barumsaa Baabbbichaatti Barataan adaraa keessan mani Barumsaa kana deeggaree dhalootaa haa jajjabeessinuu siinin jeena Garee Tola Ooltota Liiban Jaawwiiwwii
irraa!
Garee Tola Ooltota Liiban Jaawwii

Address

Babich

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garee Tola Ooltota Liiban Jaawwii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category